Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Federaalaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8 taasise
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa lammiilee iddoowwan garaagaraatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8’tti shallagamu taasisuu ibsame.…
Baatiiwwam 9 darbanitti lammiilee miiliyoona 2.4 oliif carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Baatiiwwam 9 darbanitti lammiilee miiliyoona 2.4 oliif carraan hojii uumamuu Ministeerri Hojiifi Ogummaa ibse.
Ministeerichi raawwii karoora baatiiwwan…
Bakkeewwan filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa hin gaggeeffamnetti filannoon gaggeeffamuufi –…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) –Naannoo Tigraay dabalatee bakkeewwan filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa hin gaggeeffamnetti filannoon naannawaa bara 2016 kan gaggeeffamu ta’uu Boordiin…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira Dhimma Alaa Paakistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Paakistaan Bilwaal Buutoo Zaadiirii waliin magaalaa…
Indaastiriiwwan oomisha dorgomaafi qulqullina qabu gabaaf dhiyeessuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabu…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Qulqullinaafi dorgomtummaa oomishaalee indaastiriirratti waltajjiin mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Waltajjicharratti Ministir Deetaa Ministeera…
Yaa’iin Aveeyishiinii Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Yaa’iin Aveeyishinii Afrikaa mata duree “ Gabaa Qindaa’aa Geejjiba Qilleensaarra Afrikaa Hatattamaan Hojiirra Oolchuu” jedhuun magaalaa Finfinneetti…
Tigraayitti manneen barnootaa kumni1 f fi 200 ol barnoota idilee eegalan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti manneen barnootaa kumni1 f fi 200 ol barnoota idilee eegaluu Biiroon Barnootaa bulchiinsa yeroo naannichaa beeksiseera.
Naannichatti…
Sinoodoosichi Yaa’ii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Sinoodoosiin Mana Amanataa Kiristiyaanaa Ortodoksii Waloomaa Ityoophiyaa Yaa’ii gaggeessuu eegaleera.
Paatiriyaarikiin Mana amantichaa Eebbifamoo Abunee…
Misooma Diinagdee Indaastirii Ityoophiyaa guddisuuf sosochiin Ityoophiyaan haa oomishtuu faayidaa…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Misooma Diinagdee Indaastirii Ityoophiyaa guddisuuf sosochiin Ityoophiyaan haa oomishtuu faayidaa olaanaa qabaachuu Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii…
Waldaan Dubartootaa Naannoo Oromiyaa Wixinee Dambii Ittiin Bulmaata waldichaarratti mari’achuun…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Yaa'iin Idilee 5ffaa Waldaa Dubartootaa Naannoo Oromiyaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan Wixinee Dambii Ittiin Bulmaataa Waldaa Dubartootaa Oromiyaa irra deebiin…