Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan Dubartootaa Naannoo Oromiyaa Wixinee Dambii Ittiin Bulmaata waldichaarratti mari’achuun…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Yaa'iin Idilee 5ffaa Waldaa Dubartootaa Naannoo Oromiyaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan Wixinee Dambii Ittiin Bulmaataa Waldaa Dubartootaa Oromiyaa irra deebiin…
Dhimmoota Daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Paakiistaanirratti mariin taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Jilli Olaanaan Ityoophiyaa Fooramii Biiznasii Ityoophiyaa fi Paakiistaanirratti hirmaachaa jiru aanga'oota olaanoo mootummaa Paakiistaan waliin Dhimmoota…
Waliigalteen ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1.5 mallattaa’e
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Piroojektii Bishaan dhugaatii fi qulqullina naannoo hawaasa kuma 49 fayyadamoo taasiisu Birrii biiliyoona 1.5 ijaaruuf waliigalteen mallattaa'eera.…
Magaalaa Finfinneetti guyyaan qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa itti laatamu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Biiroon Barnootaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee guyyaa qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa itti laatamu ifoomseera.
Haaluma kanaan qormaanni kutaa 8ffaa…
Oomishaalee Indaastirii Alaa galan kan biyya keessan bakka buusuuf hojjechuun murteessaadha –…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Oomishaalee Indaastirii Shafara olaanaan Alaa galan kan biyya keessan bakka buusuuf hojjechuun murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa…
Ityoophiyaan dandeettii misooma waaraa mirkaneessuu danda’u qabdi – Waajjira Muummee…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan dandeettii misooma waaraa mirkaneessuu danda'u kan qabdu ta'uu Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera.
Gamtaa, Misooma fi tokkummaa maallaqa…
Ityoophiyaan qulqullina Barnootaaf xiyyeeffannoo laachuun hojjetaa jirti – Piroofeesar Birihaanu…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan qulqullina Barnootaaf xiyyeeffannoo laachuun hojjetaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanu Naggaan ibsan.…
Inisheetivii Misooma Dammaarratti jalqabameen milkaa’inni Abdii Diinagdee ta’an argamaniiru…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Inisheetivii Misooma Dammaarratti jalqabameen milkaa'inni gurguddoon Abdii Diinagdee ta’an argamuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Fooramiin Biiznasii Ityoophiyaa fi Paakiistaan magaalaa Kaaraachiitti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Hariiroo Daldalaa fi Invastimantii biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf Fooramiin Biiznasii Ityoophiyaa fi Paakiistaan magaalaa Kaaraachiitti eegalameera.…
Misooma itti fufiinsaafi qulqullina qabu dhugoomsuun badhaadhina hundagaleessa milkeessuuf…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa raawwii hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa bara 2015 hanga kurmaana 3ffaatti jiru irratti miidiyaaleef ibsa kennee jira.…