Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misooma itti fufiinsaafi qulqullina qabu dhugoomsuun badhaadhina hundagaleessa milkeessuuf…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa raawwii hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa bara 2015 hanga kurmaana 3ffaatti jiru irratti miidiyaaleef ibsa kennee jira.…
Miseensonni Mana marichaa dhimmoota ijaarsa biyyaarratti mari’achaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa dhimmoota ijaarsa eenyummaa fi waliigaltee biyyoolessaarratti magaalaa Aarbaa Mincitti marii…
Daandiin Qilleensichaa Balallii gara Paakiistaan Magaalaa Karaachiitti taasiisuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Badhaasa Daandii Qilleensaa Cimaa Afrikaa walitti Aansuun kan moo’ate Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Balallii gara Paakiistaan Magaalaa Karaachitti…
Faayidaa diinagdee damee Aveeyshiniirraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Dooktar…
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Faayidaa diinagdee damee Aveeyshiniirraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii kallattii gara Kaaraanchiitti taasisu eegale
Finfinnee, Eebla 30, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii kallattii gara Paakistaan magaalaa Kaaraanchiitti taasisu eegale.
Sagantaan jalqabsiisa balallii kun guyyaa har’aa…
Dallaan iddoo awwaalchaa Qacanee jiguun lubbuu namoota 2 galaafate
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Gullallee aanaa 4’tti dallaan “Buufata Waaraa Qacanee” jiguun lubbuun namoota 2 darbuu ibsame.
Balichaan namoota 4 irra…
Poolisii Federaalaa itti gaafatamummaa heera mootummaan itti kenname haalaan ba’achaa jira jedhame
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Poolisiin Federaalaa itti gaafatamummaa heera mootummaan itti kenname haalaan ba’achaa jiraachuu hoggantoonni olaanoon dhaabbatichaa ibsan.
Hoggantoonni…
Waajjirichi dhaabbilee marsaa 13ffaaf Piroojektii Maaddiin dhalootaaf deeggarsa taasiisan ifoomse
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee marsaa 13ffaaf Piroojektii Maaddiin dhalootaaf deeggarsa maallaqaa taasiisan ifoomseera.
Dhaabbilee garaagaraa…
Oromiyaatti namoota malaammaltummaan shakkamanii to’ataman 1322 irratti murtoon balleessummaa darbe…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti namoota dhuunfaa yakka malaammaltummaan shakkamanii to’ataman kuma 4 fi 80 keessaa namoota kuma 1 fi 322 irratti murtoon balleessummaa…
Magaalicha Misoomsuuf hoggansi kutannoofi qindoominaan hojjechuu qaba- obbo Oordiin Badrii
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Magaalaa Harar Misoomsuufi karooraan hogganuurratti hoggansi kutannoofi qindoominaan hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badrii…