Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti namoota malaammaltummaan shakkamanii to’ataman 1322 irratti murtoon balleessummaa darbe…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti namoota dhuunfaa yakka malaammaltummaan shakkamanii to’ataman kuma 4 fi 80 keessaa namoota kuma 1 fi 322 irratti murtoon balleessummaa…
Magaalicha Misoomsuuf hoggansi kutannoofi qindoominaan hojjechuu qaba- obbo Oordiin Badrii
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Magaalaa Harar Misoomsuufi karooraan hogganuurratti hoggansi kutannoofi qindoominaan hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badrii…
Waldaan Dubartootaa Oromiyaa waldaaleefi ijaarama dubartootaa cimsuun jijjiirama bu’uuraa…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Ijaarama dubartootaa cimaa uumuudhaan biyya badhaadhina hundagaleessa milkeessite ijaaruuf ni hojjetama jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti…
Tarkaanfiin namoota Warqee seeraarn ala daddabarsanii fi oomishanirratti fudhatamu cimee itti fufa –…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti tarkaanfiin namoota Warqee seeraarn ala daddabarsanii fi oomishanirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu…
Gamtichi tumsa tarsiimawaa Ityoophiyaa waliin qabu gara boqonnaa haaraatti ceesisuuf hojjechaa…
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Gamtaan Awurooppaan tumsa tarsiimawaa Ityoophiyaa waliin qabu gara boqonnaa haaraatti ceesisuuf hojjechaa jiraachuu ibse.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
MM Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaafi Daldalaa Maaltaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 30, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa Maaltaa Iyaan Boorg waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, hariiroo daldalaafi…
Ityoophiyaafi Maaltaan dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Maaltaan dameewwan Aviiyeeshinii, Tuurizimiifi leenjii dippiloomaasiin tumsaan hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessaniiru.
Ittaanaan…
Ityoophiyaafi Fandiin Misooma Qonnaa Idil Addunyaa deeggarsa Doolaara miiliyoona 106 ol waliif…
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Fandiin Misooma Qonnaa Idil Addunyaa(IFAD) deeggarsa maallaqaa Doolaara miiliyoona 106.54 waliif mallatteessuu ibsame.
Waliigalticha…
Baankiin Biyyaalessaa Indaastirii Oomishaa faayinaansiin deeggaruuf fooyya’iinsa garaagaraa taasisaa…
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa Indaastirii Oomishaa faayinaansiin deeggaruuf fooyya’iinsa garaagaraa taasisaa jiraachuu ibseera.
Mariin paanaalii mata…
Poolisiin Federaalaa miseensotaa ittisa yakkaan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)-Poolisiin Federaalaa miseensota ittisa yakkaa, hokkara bittinneessaan leenjisaa ture har’a eebbisiiseera.
Sirni eebbichaarratti Ittaanaa Koomishinaraa…