Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qonna Ammayyeessuun xiyyeeffannaa ijoodha-Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Qonna ammayyeessuun xiyyeeffanna ijoo ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin dubbatan
Obbo Dammaqaan…
Misooma Ityoophiyaa guddisuuf damee qonnaa irratti hojii bal’aa hojjechaa turreerra-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Misooma Ityoophiyaa guddisuuf adda durummaan damee qonnaa irratti hojiilee bal’aan hojjetamaa turuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen…
Argisiisni kitaabaa Waajjira Muummee Ministiraatiin qophaa’e xumurame
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Mata duree "Jecha, Gocha, Dhaloota" jedhuun guyyoota 6’f argisiisni kitaabaa Waajjira Muummee Ministiraan qophaa’ee gaggeeffamaa ture xumurameera.
Guyyaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi guyyaa Fannoo Diimaa fi Baatii Diimaa Idil Addunyaa ilaalchisuun ergaa…
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin FDRI fi Dura Eessuun Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaa Sahilarqi Zawudeen guyyaa Fannoo Diimaa fi Baatii Diimaa Idil Addunyaa ilaalchisuun…
Mariin “Ityoophiyaan Haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Waltajjiin mariin sosochii "Ityoophiyaan Haa Oomishtuu" gamaa Miliniyamiitti gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Mistira Maallaqaa Ahimad Shidee, Ministira…
MM Abiy Ahimad egzibiishinii qonnaan eegalchiisan
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad egzibiishinii Qonnaan Gola Hambaa Saayinsiitti qophaa'e eegalchiisaniiru.
Egzibiishinichi mata duree "Mana yaaliirraa…
Yakka shororkeessummaan barbaadamaa kan ture Gobozee Sisaay to’atame
Finfinnee, Eebla 28, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti finxaaleyyii waliin ta'uun humnaan mootummaa diiguuf hojjetaa turuun yakka Shororkeessummaan barbaadamaa kan ture Gobozee Sisaay…
Naannawaa sababa waraanaan miidhaman waloon deebisnee dhaabuu qabna- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Eebla 28, 2015 (FBC) – Kaaba biyyattiitti lammiilee sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruuf waloon hojjechuu qabna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
Nageenyi filannoo keenya yeroo maraati- Mootummaa Naannoo Amaaraa
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Amaaraa nageenyi filannoo yeroo maraa naannichaa ta’uu ibseera.
Mootummaan naannichaa imaammataa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi sirna…
Naannoo Somaaleetti kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” irraa galiin Birrii miiliyoonni 400 walitti qabame
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” irraa galiin Birrii miiliyoonni 400 walitti qabamuu ibsame.
Maallaqichi kallattiin galii kan taasifameefi…