Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenyi filannoo keenya yeroo maraati- Mootummaa Naannoo Amaaraa
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Amaaraa nageenyi filannoo yeroo maraa naannichaa ta’uu ibseera.
Mootummaan naannichaa imaammataa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi sirna…
Naannoo Somaaleetti kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” irraa galiin Birrii miiliyoonni 400 walitti qabame
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” irraa galiin Birrii miiliyoonni 400 walitti qabamuu ibsame.
Maallaqichi kallattiin galii kan taasifameefi…
Koreen farra malaammaltummaa magaalichaa shakkamtoota 200 to’annoo jala oolchuu ibse
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Koreen farra malaammaltummaa magaalaa Finfinnee shakkamtoota 200 to’annoo jala oolchuu Komishiniin Naamuusaafi Farra Malaanmaltummaa magaalichaa beeksise.…
Ajandaa Ityoophiyaa diinagdee guddaa ijaaruu taasisuu qabna- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Ajandaa Ityoophiyaa diinagdee guddaa ijaaruu taasisuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Agarsiisa kitaabaa mana kitaabaa Abrihootiin qophaa’erratti kitaabilee ida’amuu irratti xiinxalli…
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Agarsiisa kitaabaa mana kitaabaa Abrihootiin qophaa’erratti kitaabilee ida’amuu irratti xiinxalli gaggeeffamuu ibsame.
Agarsiisni klitaabaa mata duree “…
Poolisiin magaalaa Finfinnee miseensota poolisii idileefi kora bittinneessaa eebbisiise
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Poolisiin magaalaa Finfinnee miseensota poolisii idileefi kora bittinneessaa eebbisiiseera.
Sagantaa eebbaa kanarratti kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde…
Ityoophiyaan waltajjii Dhiyeessii Bishaan Dhugaatiifi Eegumsa Qulqullinaa Neezerlaanditti…
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Ityoophiyaan waltajjii Dhiyeessii Bishaan Dhugaatiifi Eegumsa Qulqullinaa Neezerlaanditti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuu ibsameera.
Waltajjicharratti…
Poolisiin magaalaa Finfinnee miseensota poolisii idileefi kora bittinneessaa eebbisiisaa jira
Finfinnee, Eebla 28, 2015(FBC)- Poolisiin magaalaa Finfinnee miseensota poolisii idileefi kora bittinneessaa eebbisiisaa jira.
Sagantaa eebbaa kanarratti kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Lammiileen gariiniin leenji’an kumni 8 ol hojiif gara biyyoota alaa imalan – Aadde…
Finfinnee, Eebla 27, 2015 (FBC) – Torbeewwan sadan darban Lammiileen gariiniin leenji'an kumni 8 ol hojiif gara biyyoota alaa imaluu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat…
Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Booranaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebla 27, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Mindaafi nyaata isaanii irraa…