Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Booranaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebla 27, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Mindaafi nyaata isaanii irraa…
Jilli daldalaa Ityoophiyaa Caamsaa dhufu gara Paakistaanitti kan imalan ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Jilli daldalaa Ityoophiyaa baatii Caamsaa dhufu gara Paakistaanitti kan imalan ta’uu ibsameera.
Imalli jila kanaa hariiroo biyyoota lameenii cimsuuf ta’uu…
Naannichatti biqiltuun ganna dhufu dhaabamu miiliyoonni 55 ol qophaa’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuun ganna dhufu dhaabamu miiliyoonni 55 ol qophaa’aa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaafi Qabeenya Uumamaa naannichaa…
Muuxannoowwan gaariifi ciminoota turan bal’isuun tajaajila magaalichaafi uummatasaa madaalu kennuuf…
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Muuxannoowwan gaariifi ciminoota turan bal’isuun tajaajila magaalichaafi uummatasaa madaalu kennuuf kutannoon ni hojjenna jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Haala abbootiin qabeenyaa Jarman paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa keessatti bobba’uu…
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Haala abbootiin qabeenyaa Jarman hojiilee invastimantiin paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa keessatti bobba’uu danda’anirratti mari’atamuu ibsame.
Jilli…
Hojii Manni Maree Tiraanisfoormeshinii Qonnaa Oromiyaa waggoottan darbanitti hojjete jijjiirama…
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Hojii Manni Maree Tiraanisfoormeshinii Qonnaa Oromiyaa waggoottan darbanitti hojjete damee qonnaarratti jijjiirama fiduu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Baatiiwwan salgan darbanitti piroojektoonni jallisii haaraan kuma 1 ol xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Baatiiwwan salgan darbanitti ijaarsi piroojektoota jallisii haaraa kuma1 fi 80 xumuramuu Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii beeksise.…
MM Abiy Ahimad Hoteela Iskaaylaayit boqonnaa 2ffaa eebbisiisan
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hoteela Iskaaylaayit boqonnaa 2ffaa eebbisiisaniiru.
Hoteelli Iskaayilaayit boqonnaa 2ffaan banamuun Finfinneen…
Bulchiinsi Magaalichaa raawwii karoora baatiiwwan salgan darbanii gamaaggamaa jira
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee waltajjii gamaaggama raawwii karoora baatiiwwan salgan darbanii gaggeessaa jira.
Gamaaggamichaan raawwii hojiilee gurguddoo…
Kitaabilee Bitootessaa hanga Bitootessaa jedhaman irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Agarsiisa Kitaabaa mata duree “ Jecha, Gochaafi Dhaloota “ jedhuun mana kitaabaa Abrihootitti banamee jiruun Kitaabilee “Bitootessaa hanga Bitootessaa”…