Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaa muuziqaa Kilaarneetii taphachuun kan beekamu Daawwit Fireewu boqote
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Meeshaa muuziqaa Kilaarneetii taphachuun kan beekamu Daawwit Fireewu addunyaa kanarraa du’aan boqochuun dhagahame.
Dhiyeenya kana dhimma hojiif gara…
Gumiin Balaal Marsaa 31ffaan mata duree, “Magaalaafi Oromoo: Carraalee, Hudhaaleefi Akeekkii Gara…
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Waltajjiin marii Gumii Balaal Marsaa 31ffaan mata duree, “Magaalaafi Oromoo: Carraalee, Hudhaaleefi Akeekkii Gara Fuulduraa” jedhuun jedhuun Waajjira…
Guyyaan yaadannoo injifannoo Goototaa kabajame
Finfinnee, Eebla 27, 2015 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Goototaa 82ffaan sagantaalee garaagaraan kabajameera.
Guyyichi mata duree Tokkummaa ciccoominaa fi injifannoof jedhuun…
Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo goototaa 82ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin…
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)-Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo goototaa 82ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Aadde…
Baatiiwwan 9 darbanitti hojiileen damee maraan hojjetaman bu’aa qabeessa- Obbo Ristuu Yirdaa
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Baatiiwwan 9 darbanitti hojiileen damee maraan naannichatti hojjetaman bu’aa qabeessa ta’uu Pireezidaantiin naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan ibsan.…
Godinichatti balaa lolaan lubbuun namoota 12 darbuu ibsame
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Godina Goofaa aanaa Ubaa Dabratsahaay magaalaa Zaabaatti rooba cimaa roobee lolaa uumameen haga ammaatti lubbuun namoota 12 darbuu ibsame.
Balichaan hanga…
Walgahiin Mana Maree Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Naannoo Oromiyaa Marsaa 2ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Walgahiin Mana Maree Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Naannoo Oromiyaa Marsaa 2ffaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Walgahiin Mana Maree Tiraanisfoormeeshinii…
Faalama naannoo hir’isuun, naannoo qulqulluu magariisaafi jireenyaaf mijattuu taate dhaloota…
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa faalama naannoo hir'isuun, naannoo qulqulluu magariisaafi jireenyaaf mijattuu taate dhaloota haa dhaalchisnu jechuun…
Olaaf Shooliz daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun deebi’an
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun deebi'aniiru.
Olaaf Shooliz Ityoophiyaa fi Keeniyaatti daawwannaa…
Naannoo Gaambeellaatti Kilaashin kooviin seeraan alaa 38 fi shugguxiin to’ataman
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti Kilaashin kooviin karaa seeraan ala daddabarfamaa ture 38 fi shugguxiin to'atamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan…