Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Gaambeellaatti Kilaashin kooviin seeraan alaa 38 fi shugguxiin to’ataman
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti Kilaashin kooviin karaa seeraan ala daddabarfamaa ture 38 fi shugguxiin to'atamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan…
MM Abiy Ahimad Chaansilara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Olaaf Shooliz Masaraa Mootummaa guddichatti simachuu waliin mari'ataniiru.
Chaansirri Jarman…
Jala bultiin kabaja guyyaa injifannoo Dirree waraana saambee marii paanaaliin kabajame
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Jala bultiin kabaja guyyaa injifannoo Dirree waraana saambee aanaa Aallee magaalaa Goreetti marii paanaaliin kabajameera.
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa…
Guyyaa Goototaa boru kabajamu sababeeffachuun boru ganama Madfiin si’a 21 ni dhuka’a…
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Guyyaa Goototaa boru kabajamu sababeeffachuun boru ganama sa'aatii 12:00 irratti Madfiin si'a 21 kan dhuka'u ta'uu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
MM Abiy Ahimad Humnoonni Sudaan garaagartee isaanii mariin akka furan waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad jila ergamaa Addaa Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan waliin mari'ataniiru.
Lammiileen Sudaan ogummaa…
Godinichatti Ashaaraa Magariisaan Biqiltuuwwan miiliyoona 274 ol dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan miiliyoona 274 ol dhaabuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa…
Aadde Adaanach agarsiisa torbee Teeknikaa fi Ogammaa 13ffaa eegalchiisan
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen agarsiisa torbee Teeknikaa fi Ogammaa 13ffaa Mata duree ‘Milkaa’ina Ogummaa fi Dandeettii’ jedhuun…
Kitaabileen haasawa Muummee Ministira qabatan ifooman
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)-Kitaabonni mata duree “Fulbaanaa hanga Fulbaanaa” fi “Bitootessaa Hanga Fulbaanaa” jedhuun maxxanfamanii fi haasawaa Ministira Muummee Abiy Ahimad qaban lama…
Haalli hongee godinaalee Oromiyaa keessatti mudate jijjiirama qabaachuun ibsame
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Haalli hongee godinaalee Oromiyaa keessatti mudatee ture jijjiirama qabaachuu Buusaa Gonofaan Oromiyaa beeksise.
Itti Aanaan Hoggaanaa Buusaa Gonofaa…
Terminaalli fi Buufanni Maqalee tajaajila eegale
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Buufannii fi Terminaalli Maqalee gara tajaajilaatti deebi’uu Dhaabbanni Tajaajila Loojistiksii fi Geejjibaa Galaanaa Ityoophiyaa beeksise.
Sababa rakkoo…