Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi waliin waliigaltee mallatesse
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi Indooneeshiyaa waliin dhimma barnoota, aadaa fi qoranoon waliin hojjachuuf waliigaltee mallatteesseera.…
Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz Finfinnee galan
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz daawwannaa hojii guyyoota lamaaf biyyoota Afrikaatti taasiisaniif Finfinnee galaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera…
Ambaasaaddar Birhaanuu Tsagaayeen Ministira Ministeera Dhimma biyya keessaa Jibuutii Sayid Hasan…
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Birhaanuu Tsagaayeen Ministira Ministeera Dhimma biyya keessaa Jibuutii Sayid Hasan waliin dhimmoota lammiilee…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee ijoo hojjechaa jiru keessaa tokko diinagdee Oromoo guddisuudha…
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee ijoo hojjechaa jiru keessaa tokko diinagdee Uummata Oromoo guddisuu ta'uu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Sabboonummaan Oromoo diinagdeen ibsamuu qaba – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Sabboonummaan Oromoo diinagdeen ibsamuu akka qabu PireezidaantiIN Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Dhamaatifi…
Murtoo Ummataa Godina Walaayittaaf galmeen filattootaa fi sirni sagalee laachuu guyyaa walfakkaatu…
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Murtoo Ummataa Godina Walaayitta irra deebiin gaggeeffamuuf galmeen filattootaa fi sirni sagalee laachuu guyyaa walfakkaatu Waxabajjii 12, 2015 kan…
Hariiroon Ityoophiyaa fi Awurooppaa gara walta’iinsaatti dhufaa jira jedhame
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Biyyoonni Awurooppaa daawwaanaan Ityoophiyaatti taasisan hariiroon Ityoophiyaa fi Awurooppaa gara walta’iinsaatti dhufaa jiraachuuf argisiistuu ta’uu…
MM Abiy Ahimad Koree Diinagdee Gooroo waliin Mari’atan
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree dinagdee gooroo waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka…
Qonna keenya ammayyeessuuf Hojii jalqabne cimsinee itti fufneerra – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Qonna keenya ammayyeessuuf hojii jalqabne cimsinee itti fufneerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Guyyaa…
Shaashamanneetti waldaaleef tiraaktaroonni 589 dabarfaman
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti qonnaan bultootaa fi waldaalee IMX’n gurmaa’aniif tiraaktaroonni 589 dabarfamaniiru.
Sirna walharkaa…