Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti humnoonni hidhatan waamicha mootummaa fudhachuun gara deebi’an
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Gareen Hidhattootaa Naannoo Beenishaangul Gumuz godina Matakkal aanaa Daangur keessa socho’an waamicha mootummaa fudhachuun gara mariitti seenuu ibsame.…
Godaantota Ityoophiyaa Jibuutii jiran deebisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen godaantota Ityoophiyaa Jibuutii jiran deebisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsan.…
Ityoophiyaafi Turki hariiroosaanii daran cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Turki hariiroo qaban darana cimsuuf waliigaluu ibsame.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ittaanaa…
Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiinxumuruu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Raayyaan Ittisa Biyyaa qondaaltota waraanaa olaanoof manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee kenne
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa Manneen waliin jireenyaa qondaaltota waraanaa olaanoof ijaarsise carraan dabarsee kennuu ibsame.
Sagantaan carraa…
Godinaalee hongeen miidhaman deebisanii dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Godinaalee hongeen miidhaman deebisee ijaaruuf hojii hojjechaa jiru cinatti rooba argame fayyadamuun hojiilee misooma qonnaa…
Obbo Dammaqaan barreessaa olaanaa Ejensii Misooma Afrikaa – Tumsa Haaraa Misooma Afrikaaf…
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin barreessaa olaanaa Ejensii Misooma Afrikaa - Tumsa Haaraa Misooma Afrikaaf…
Diraamaan “Saneefi Sanyoo” Caamsaa 1 irraa eegalee Televizyinii Faanaan darbuu ni eegala
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Diraamaan “Saneefi Sanyoo” jedhu Caamsaa 1, 2015 irraa eegalee Televizyinii Faanaan darbuu ni eegala.
Diraamicha ilaalchisee miseensonni piroodaakshiniifi…
Aadde Adaanech Abeebeen abbootii qabeenyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Abbootii qabeenyaa gaaffii misoomsuu dhiyeessuun piroojektotasaaniif lafti murteeffameef waliin…
Godina Jimmaatti qonna arfaasaafi gannaan lafa hektaara kuma 651 misoomauuf karoorfamee hojjatamaa…
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti qonna arfaasaafi gannaan lafa hektaara kuma 651 misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Hanga…