Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finxaalessummaan biyyaa fi ummataaf kan hin fayyadne ofiin of nyaachuun of fixuudha – Dooktar…
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Finxaalessummaan biyyaa fi ummataaf kan hin fayyadne ofiin of nyaachuun of fixu ta'uu ajjeechaa Waxabajjii 15 fi Eebla 19 hoggantoorratti raawwateerra…
Ministiroonni biyyoota Afrikaa garagaraa hojiilee misooma Qonnaa Oromiyaa keessatti hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Ministiroonni biyyoota Afrikaa garagaraa hojiilee misooma Qonnaa Oromiyaa keessatti hojjetamaa daawwachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministironni Taanzaaniyaa…
Girmaan tattaaffii fi murannoon Ityoophiyaa guddoo ijaaruun ni danda’ama jedhee hogganaa amanu…
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Obbo Girmaa Yeshiixilaan hogganaa olaantummaa yaadaatti amanu kan ture ta'uu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu…
Finxaaleyyiin Girmaa Ajjeessanis Kaayyoon inni dhaabbateef itti fufa – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Finxaaleyyiin Girmaa Ajjeessanis Kaayyoon inni dhaabbateef itti fufa jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Girmaa Yeshixilaan nama…
Deeggarsii fi walitti dhufeenyi Naannolee biroo waliin taasisnu hariiroo Uummatootaa fi tokkummaa…
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Deeggarsii fi walitti dhufeenyi Naannolee biroo waliin taasisnu hariiroo Uummatootaa kan cimsuu fi tokkummaa biyyaa kan jabeessu ta'ee itti fufa jedhan…
Shakkamtoonni Waardiyoota ukkaamsuun Teeleeviizyiinii 78 hatuun dhokatan 9 to’atama
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni Waardiyoota ukkaamsuun Mankuusaa cabsuun Teeleeviizyiinii 78 hatuun dhokatan 9 to'atamuu ibsameera.
Yakkichi Eebla 17, 2015 magaalaa…
Hojiileen Fooyya’iinsa Nageenya Damee Aviyeeshinii Ityoophiyaa madaalu hojjetamuu ibsame
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Hojiileen fooyya’iinsa damee nageenyaa aviyeeshinii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaaf madaalu hojjetamuu Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenya…
Guyyaan hojjettoota Idil Addunyaa Wiixata dhufu sagantaalee garaagaraan ni kabajama – KWHI
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Guyyaan hojjettoota Idil Addunyaa Wiixata dhufu sagantaalee adda addaatiin kan kabajamu ta'uu Konfedereeshiniin Waldaa hojjettoota Ityoophiyaa beeksise.…
Dargaggummaan umrii jijjiiramaa fi ijaarsa biyyaaf hojjetaniidha – Dooktar Eergoogee Tasfaayee
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Dargaggummaan umrii jijjiiramaa fi ijaarsa biyyaaf hojjetan ta'uu Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaan Dooktar Eergoogee Tasfaayeen…
Godina Booranaatti piroojektii bishaan boolla baasuuf waliigalteen Birrii miiliyoona 136 mallatta’e
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) -Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa aanaalee lama keessattii piroojeektii bishaan bollaa gadii fagoo qotuuf waliigaltee Birrii…