Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii 20ffaa A350 -900 fudhate
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii 20ffaa A350 -900 fudhachuu beeksiise.
Xiyyaarri kun boba’aa aviyeeshinii itti fufiinsa qabu…
Humnoota finxaaleyyii naannoo Amaaraa aangoo naannichaa humnaan to’achuuf tattaaffatan irratti…
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Naannoo Amaaraatti humnoota finxaaleyyii sirna heera mootummaa diiguun aangoo naannichaa humnaan to’achuuf tattaaffatan irratti tarkaanfiin keessa deebii hin…
Chaayinaan deeggarsa Ityoophiyaan lammiilee ishee Sudaan turaniif taasifteef galateeffatte
Finfinnee Eebla 20, 2015 (FBC)- Deggarsa aOlaanaa Ityoophiyaatiim lammiilee chaayinaa sudaanitti argaman nagaan biyyattii bahuu Ityoophiyaatti Embaasiin Chaayinaa beeksise.
Ityoophiyaatti…
Ityoophiyaatti warshaa Awutoobisii Eelektirikaa hundeessuuf waliigalame
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Ityoo-Injinariing Giruuppiifi Waldaan Aksiyoona Daandii Baaburaa Chaayinaa Rooliing Ityoophiyaatti warshaa Awutoobisii Eelektirikaa hundeessuuf waliin…
Dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir’isuuf Yuuroo biiliyoonni 18 ramadame
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC)- Koomishiniin Awurooppaa fi Baankiin Invastimantii Awurooppaa dhiibbaa jijjiirama qilleensaa hir’isuu fi diinagdee itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf Yuuroo…
Hawaasa diinagdeen gahoome horachuun Oromiyaa diinagdeen Cimtuu ni ijaarra-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC)- Hawaasa diinagdeen gahoome horachuun Oromiyaa diinagdeen Cimtuu ni ijaarra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Obbo…
Fooramichi dhaabbilee alaa harkisuun bu’aa qabeessa ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Fooramiin Invastimantii guyyoota sadiif magaalaa Finfinneetti gaggeeffame dhaabbileen alaa hojii invastimantii Ityoophiyaarratti akka bobba’aniif carraa uumuu…
Tattaaffiin biyyoota bobbii hojii babal’isuuf taasifamu itti fufuu ibsame
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Tattaaffiin biyyoota bobbii hojii babal’isuuf taasifamu cimee itti fufuu Ministirri Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil ibsan.
Haala humna nama…
Komishinichi torban dhufu hojii hirmaattota marii adda baasuu kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa torban dhufu hojii hirmaattota marii adda baasuu kan eegalu ta’uu ibsameera.
Komishinichi qaamolee dhimmamtootaa hunda…
Ityoophiyaatti warshaa Awutoobisii Eelektirikaa hundeessuuf waliigalame
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Ityoo-Injinariing Giruuppiifi Waldaan Aksiyoona Daandii Baaburaa Chaayinaa Rooliing Ityoophiyaatti warshaa Awutoobisii Eelektirikaa hundeessuuf waliin…