Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni gaggeessaa reeffa obbo Girmaa Yeshiixilaa dilbata dhufu magaalaa Finfinneetti ni raawwata
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa obbo Girmaa Yeshiixilaa dilbata dhufu magaalaa Finfinneetti kan raawwatu ta’uu Koreen sirna awwaalchaa ibse.
Sirni awwaalcha…
Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ajjeechaa obbo Girmaa Yeshiixilaan gaddi itti dhagahamuu ibse
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ajjeechaa Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Amaaraa obbo Girmaa Yeshiixilaan gaddi itti dhagahamuu…
Adeemsa raawwii Ce’umsa Haqaarratti miseensota jila biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaaf ibsi…
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Haqaa Adeemsa raawwii Ce’umsa Haqaarratti miseensota jila olaanoo biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaaf ibsi laataniiru.…
Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaafi Dhaabbanni Oomisha Mukaa Chaayinaa waliigaltee waliif…
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Dhaabbata Oomisha Mukaa Chaayinaa Cheen Shii waliin waliigaltee mallatteessuu ibsame.
Waliigaltichi warshaa qindeessa…
Tigraayitti intarpiraayizoota xixiqqaa fi giddugaleessaa deebisanii dhaabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Ebla 20, 2015 (FBC)-Naannoo Tigraayitti intarpiraayizoota omishaa fooyyessuu fi kanneen miidhaman deeggaruuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Ittaanaan Daayrektara…
Daawwannaan Obbo Dammaqaan biyyoota Afrikaatti taasisan michoota baay’isuurratti milkaa’aa ture…
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) – Daawwannaan Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin biyyoota Afrikaatti taasisan michoota baay’isuurratti milkaa’aa…
Manni Marichaa ajjeechaa Obbo Girmaa Yeshiixilaan gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa ajjeechaa Obbo Girmaa Yeshiixilaan gadda itti dhaga'ame ibse.
Miseensi hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa fi itti…
Waltajjiin marii hawaasa barnootaa hunda hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii barsiisota kuma 63 olii fi hawaasa barnootaa hunda hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Mariin kun Kilaasteera 77tti…
MM Abiy Ahimad hoggantoota humnoota Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ajajaa Olaanaa Waraana Sudaan Jeneraal Abdulfattaahi Alburhaaniifi Ajajaa Olaanaa Humna Addaa Sudaan Mohaammad Hamdaan…
Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan du’a obbo Girmaa Yeshiixilaan gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan du’a Itti Gaafataamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannichaa kan turan Obbo Girmaa…