Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan du’a obbo Girmaa Yeshiixilaan gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan du’a Itti Gaafataamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannichaa kan turan Obbo Girmaa…
Fiinxaleeyyiin Obbo Girmaa Yeshiixilaa ajjeesuun biyya Olaantummaan yaadaa itti mirkana’ee fi…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Fiinxaleeyyiin Obbo Girmaa Yeshiixilaa ajjeessuun mo'amuu isaanii kan mirkaneessu yoo ta'e malee, Biyya Olaantummaan yaadaa itti mirkana'ee fi yaadni itti…
MM Abiy Ahimad ajjeeffamuu Obbo Girmaa Yeeshixilaa hordofee gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ajjeeffamuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Obbo Girmaa Yeshiixilaatti gaddi itti…
Hojiilee deebisaanii ijaaruu cimsuun biyya Sabdannessumaan foyyoofte ijaaruuf mootummaan murannoon…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) - Mootummaa fi Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Tigraay, Amaaraa fi Afaaritti hojiilee deebisaanii ijaaruu cimsuun biyyaa Sabdannessumaan foyyooftee ijaaruuf…
Adeemsi ijaarsa bakka argisiisaa fi nyaachisa Waraabessaa tuuristootaaf mijataa taasisuu…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Galii Kitaabaa ida’amuu irraa argamuun adeemsi ijaarsa bakka argisiisaa fi nyaachisa Waraabessaa tuuristootaaf mijataa taasisuu eegalchiifame.…
Turki Lammiileen ishee Sudaan keessa turan karaa daangaa Ityoophiyaa akka ba’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Turki Lammiileen ishee Sudaan keessa turan karaa daangaa Ityoophiyaa akka ba’aniif deeggarsa Ityoophiyaan taasifteef galateeffatteerti.
Turkitti…
Rakkoo Sudaan mudate hordoffee dhaabbilee garaagaraa waliin ta’uun lammiilee biyya alaa baasuuf…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Rakkoo Sudaan mudate hordoffee dhaabbilee Idil Addunyaa garaagaraa waliin ta’uun lammiilee biyya alaa Geejjiba Qilleensaa fi lafarraan baasuuf tattaaffiin…
Godaansaaf saaxilamtoonni 60 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa Dhaabbata Godaantota Addunyaa damee Jibuutii waliin ta’uun lammiilee godaansaaf saaxilaman 60 gara biyyaa deebisuun eerame.…
Pireezidaanti Saahilawarq xaalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 8 fudhatan
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen xaalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 8 fudhataniiru.
Ambaaddarri Turkii, Siriilaankaa, Iswaatiinii,…
Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu Tigraayitti Warshaalee walitti bu’iinsa tureen miidhaman daawwate
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu Naannoo Tigraayitti Warshaalee sababa walitti bu’iinsa tureen miidhaman…