Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Badhaasaa jalqabaa ‘Jagool Awwaard’ gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti ayyaana Shawaal Iid waggaa 1444ffaa sababeeffachuun sagantaan Badhaasaa jalqabaa ‘Jagool Awwaard’ gaggeeffameera.
Kajamuun ayyaanichaa…
Hojjiilee qonna magaalaa kutaalee magaalaa Shaggar daawwate
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti hojiilee qonna magaalaa kutaalee Magaalaa Furii fi Galaanitti hojjetamaa jiran daawwatame.
Dawwanicharratti, Hoogganaa Biiroo Qonnaa…
Tajaajilli Geejjibaa gara naannoo Tigraayitti taasifamu adda citee ture eegalame
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Sababa walitti bu’iinsa kaaba biyyattiitti mudateen tajaajilli Geejjiba lafarraa gara naannoo Tigraayii taasifamu adda citee ture irra deebiin eegalamuu…
Ogeessi Waajjira Misooma Lafaa hamma tilmaama Beenyaa nan dabala jechuun matta’aa fudhate to’atame
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Ogeessi Waajjira Misooma Lafaa hamma tilmaama Beenyaa nan dabala jechuun matta’aa fudhate to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee ibse.
Kutaa magaalaa…
Mata duree “Ityoophiyaan haa dubbistu, haa dubbifnu, haa dagaagnu” jedhuun…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii paanaalii mata duree "Ityoophiyaan haa dubbistuu, haa dubbifnu, haa dagaagnu" jedhuun mana kitaabaa Abrihot keessatti gaggeeffamaa jira.…
Fooramiin kantibaawwan Ityoophiyaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) –Fooramiin kantibaawwan Ityoophiyaa qopheessumaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee fi Ministeera Magaaloota fi Bu’uuraalee Misoomaan gaggeffamuuf ta’uu ibsame.…
Aadde Mufaariyaat Kaamil Ambaasaaddara Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamil Ambaasaaddara Kooriyaa Kibbaa Kaangi Sihookiihii mari’ataniiru.
Marii isaaniin hammatoowwan…
Sudaanitti lammiilee Ityoophiyaaf deeggarsi barbaachisaan taasifamaa jira-MDhA
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Sudaanitti lammiilee Ityoophiyaaf deeggarsi barbaachisaan taasifamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministeerichi, naannoon Embaasiin…
Ayyaanni Shawaal Iid kabajamaa jira
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Naannoo Hararii magaalaa Harariitti Ayyaanni Shawaal Iid kabajamaa jira.
Ayyaanichi duudhaa tokkummaa, nageenyaa, jaalalaa fi damee Turizimii…
Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu gara Maqalee gale
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)– Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu gara Maqalee galeera.
Jilli kun Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo…