Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Arsii Lixaatti qamadii kuntaala miiliyoona 1.8‘tu eeggamu
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Godina Arsii Lixaatti qamadiin jallisiin faca'e irraa oomishni kuntaalli miiliyoona 1.8 kan eeggamu ta’uu waajjirri qonnaa godinichaa ibse.
Godinichatti…
Ibsi Manni Maree Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaa ilaalchisee baase gaarummaan kan ilaalamuudha-MDhA
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Ibsi Manni Maree Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaa ilaalchisee baase gaarummaan kan ilaalu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ityoophiyaan hariiroo…
Ayyaanni Shawaal Iid boruu irraa eegalee Harariitti kabajama
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Ayyaanni Shawaal Iid boruu irraa eegalee Naannoo Harariitti kan kabajamu ta’uu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Naannichaa beeksise.
Hogganaan Biirichaa Obbo…
Naannoo Tigraayitti barnoota idileef galmeen eegale
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Naannoo Tigraayitti barnoota idiilee eegalchisuuf galmeen manneen barnootaa hunda keessatti jalqabamuu Biiroon Barnoota naannichaa beeksise.
Guyya har’as…
Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Komishinarri koomishinii Haaromsaa biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan komishinara Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Obbo Dammaqaa Mokonniin dawwanaa hojiif Ugaandaa galan
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin dawwannaa hojiif Ugaanda galaniiru.
Obbo Dammaqaan biyyoota…
Aanaa Lumeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti Balaa Tiraafikaa Suukkaneessaa mudateen lubbuun namoota 10 darbuun ibsame.
Balichi ganama har’a konkolataa deddeebisaa…
Gootota darbaniif kabajaa laachaa, kaayyoo isaanii ni milkeessina-Pir. Shimallis Abdiisaan
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Gootota darbaniif kabajaa laachaa, kaayyoo isaanii ni milkeessina jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis…
Erdohaan mootummaan Ityoophiyaa deebii namoomaan Turkiyaatti kenneef galateeffatan
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Turkii Rasiip Xayiib Erdoohaan balaa kirkira lafaa Turkitti mudateef deebii namoomaa Ityoophiyaa kenneef galateeffataniiru.
Pireezidaanti…
Sirni Awwaalcha Artisti Zarihuun Wadaajoo Raawwatame
Finfinnee, Eebla, 18, 2015 (FBC)-Sirni Awwaalcha Artisti Zarihuun Wadaajoo raawwatameera.
Sirni Awwaalcha Artistichaa Batsakaana Sillaasee Kaateediraalitti bakka maatiin, jaalattoonni,…