Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Ministroota Murtoo dabarse
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Manni maree ministirootaa walga’ii idilee 20ffaa har’a gaggeesseen murtoo dabarseera.
Manni marichaa diinagdee gooroo bara giddugaleessaa (2016-2020) fi…
Tokkummaa isaan leellisan dhaloonni har’aa cimsuu qaba-Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Tokkummaa isaan leellisan dhaloonni har’aa cimsu qaba jechuun Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan ibsan.
Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan…
Waltajjiin Gamaaggamaa paartii fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Xumurame
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Waltajjiin Gamaaggamaa kurmaana 3ffaa paartii fi mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame.
Waltajjichi guyyootaa sadiif…
Artisti Zarihuun Wadaajoo hojii muuziqaa qawwee caalaa dhuka’uun qabsaa’aa ture-Obbo Qajeelaa…
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Artisti Zarihuun Wadaajoo hojii muuziqaa qawwee caalaa dhuka’uun qabsaa’aa ture jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan.…
Oromoon adda faca’uutu na dhukkubsa; walhinqoodina-Dhaammannoo Artisti Zarihuun Wadaajoo
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Oromoo addaa facaatutu na dhukkubsa; walhinqoodina jechuun Artisti Zarihuun Wadaajoo dhaamachuu Haati warraa isaa Aadde Olaantuu Gammachuu dubbataan .…
Artisti Zarihuun Wadaajoo Calaqqee Oromooti-Tsaggaayee Dandanaa
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Artisti Zarihuun Wadaajoo Calaqqee Oromooti jedhan Pireezidaantiin waldaa Muuziqeessitootaa Oromiyaa Tsaggaayee Dandaana.
Artisti tsaggaayeen akka…
Sirni Awwaalchaa Artisti Zarihuun Wadaajoo gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Sirni Awwaalchaa Artisti Zarihuun Wadaajoo Finfinnee Bataskaana Sillasee Kaateediraalitti gaggeeffame.
Sirnicharratti maatiin, qondaaltonni mootummaa,…
Yaa’iin barbaachisummaa marii biyyaaleessaa irratti xiyyeeffate Harariitti gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 18,2015 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa yaa’ii barbachisummaa marii biyyaaleessaa fi nageenyaa irratti xiyyeeffate Magaalaa Hararitti gaggeeffame.
Waltajjicharratti Ministir…
Obbo Dammaqaan Pireezidaantii Burundii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Burundii Everistee Dessimiyee waliin mari’ataniiru.
Marii…
Chaayinaan hojiilee deebisanii ijaaruu Ityoophiyaa akka deeggartu ibsite
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Chaayinaan hojiilee deebisanii ijaaruu fi deebisanii dandamachiisuu mootummaan Itoophiyaa gaggeessaa jiru akka deeggartu beeksiste.
Dubbi Himtuun Dhimma…