Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Artisti Zarihuun Wadaajoo Boqote
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Qabsaa’aa fi weellisaa hangafa Zarihuun Wadaajoo du'aan Addunyaa kanarraa boqoteera.
Artist Zarihuun walleewwan qabsoo, Jaalalaa, jalala biyyaa fi kanneen…
Bulchiinsi magaalichaa Siidaa fi Paarkii maqaa Jeneraala Sa’aaree Makonniin ijaarsiise eebbisiise
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Siidaa fi Paarkii maqaa Itaamaajoorii Humna Waraanaa Waliigalaa duraanii Jeneraala Sa’aaree Makonniin naannawaa Riqicha Boolee…
Qonni Magaalaa Karoora sagantaa Maaddii madaalawaa milkeessurra darbee, Aadaa hojii jijjireera…
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Qonni Magaalaa Karoora sagantaa Maaddii madaalawaa milkeessurra darbee, Aadaa hojii keenya daraan kan jijjireedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo…
Rakkoo Sudaan mudate keessa giddu seentummaan Ityoophiyaa akka jiruutti ololli afarfamu…
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Rakkoo Sudaan mudate keessa giddu seentummaan Ityoophiyaa akka jiruutti ololli miidiyaalee tokko tokkon afarfamu bu'uura kan hin qabne ta'uu Ministeerri…
Xaa’oon Biyyoo gatii madaallawaan qonnaan bulaa bira akka ga’u to’annoon ni…
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Xaa'oon Biyyoo deeggarsi mootummaa Birriin biiliyoonni 21baasii itti ta'e gatii madaallawaan qonnaan bulaa bira akka ga'u to'annoon kan taasiifamu ta'uu…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu hojiilee sagantaa Maaddii Guutuun Magaalaa Bishooftuutti hojjetame…
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa. FDRI Abiy Ahimadiin durfamu hojiilee sagantaa Maaddii Guutuun Magaalaa Bishooftuutti hojjetame daawwateera.
Daawwannaa…
Hawaasni Musiliimaa hojii gaggaarii baatii ramadaanaa raawwataa ture itti fufsisuu qaba- Sheek…
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa hojii gaggaarii Baatii ramadaanaa raawwataa ture itti fufsisuun duudhaa walgargaarsaa cimsuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Marer…
Kabajni Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1444ffaan karaa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Kabajni Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1444ffaan karaa nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.
Sirni Solaataa Istaadiyeemii Magaalaa…
Ayyaanni Iid Alfaxir magaalaa Ciroo, Beddellee fi Mattuutti kabajame
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1444’ffaan Magaalaa Ciroo,Beddellee fi Mattuutti sirnoota adda addaan kabajameera.
Kantiboonni magaaloota kanneenii…
Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaaxir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaaxir 1444ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Aadde Adaanech gama…