Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantoonni naannolee ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1444ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo…
Sababa hannaan Ityoophiyaa kutaa Bahaatti elketirikiin addaan cituun ibsame
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Sibiila Utubaa Saraara Olaanaa Humna Elektirikii Awaash irraa gara Dirree Dhawaatti dirriifamerratti naannawaa Huursootti gochaa hannaa raawwatameen…
Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan ergaa bagaa geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurraahmaan Ayyaan iid Alfaxiir ilaalchisuun ergaa bagaa geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin, baatii…
Ramadaanni ji’a ibaadaa fi toltuun keessatti hojjetamu hundi dachaan namaaf galmooftudha-Pir.…
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ramadaanni ji’a ibaadaa fi toltuun keessatti hojjetamu hundi dachaan namaaf galmooftu, kan halkan leeylatul qadrii sadarkaan ishee guddaa ta'ee fi ji’a kuma…
Jilli Bulchiinsa Yeroo Tigraay Kantiibaa Magaalaa Finfinnee
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Jilli Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adanech Abebee fi qondaaltota magaalattii waliin mari'ateera.
Maricharratti…
Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun madfiin si’a 9 dhukaafama-Ministeera Raayyaa Ittisa…
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ayyaana Id Alfaxiir boru kabajamu sababeeffachuun ganama borii si’a 9 madfiin kan dhukaafamu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksise.
#Oromiyaa…
MM Abiy Ahmad ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Alfaxiir dabarsan
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Baga Ayyaana Iid Alfaxir geessan!
Ayyaana…
Ayyaana Iid Alfaxir 1444ffaa sababeeffachuun daandilee cufaman Poolisiin ifoomse
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Poolisiin Magaalaa Finfinnee Ayyaanni Iid Alfaxiir guyyaa borii kabajamu hanga xumuramutti daandilee cufaman ifoomseera.
Haaluma kanaan Daandileen:…
Ayyaanni Iid Alfaxiir boru kabajama
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Ayyanni Iid Alfaxiir Jimaata borii akka kabajamu eerame.
Ayyaanichi Addeessi yoo har’aa galagalaa mul’atee guyyaa borii akka kabajamu, yoo hin mul’annee…
Qaamoleen Ityoophiyaa fi Sudaan walitti buusuuf tattaaffatan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu-MM…
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ummattoota biyyoota obbolaa Ityoophiyaa fi Sudaan gidduutti walitti bu’iinsa uumuuf qaamoleen tattaafatan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu jechuun…