Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Itti aantuu Muummee Ministiraa Islooveeniya waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Itti aantuu Muummee Ministiraa fi Ministira Alaa Islooveeniya Taaniyaa faayan waliin mari’ataniiru.
Marii bu'aa qabeessa…
Naannichi gurgurtaa Kitaaba Dhaloota Ida’amuu irraa Birrii miiliyoona75 ol walitti qabuun ibse
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Naannoo Uuummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti gurgurtaa Kitaaba Dhaloota Ida’amuurraa Birriin miiliyoonni 75 ol walitti qabamuu ibsame.
Itti Aanaan…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 5ffaan Biqiltuuwwan biiliyoonni 6.3 ni dhaabbatu jedhame
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Sagantaa Asharaa magariisaa marsaa 5ffaa bara 2015n Biqiltuuwwan biiliyoona 6.3 dhaabuuf karoorfamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Biqiltuwwaan kanneen…
Daawwannaa anga’oonni olaanoon biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaatti taasisan tattaaffii nageenya…
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Daawwannaa anga’oonni olaanoon biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaatti taasisan tattaaffii nageenya waaraa mirkaneessuuf taasifamuuf beekamtii kan kenne ta’uu…
Kilaasterri Horataalee mootummaa raawwii hojii kurmaana 3ffaa qorataa jira
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Kilaasterri Horataalee Mootummaa naannoo Oromiyaa raawwii hojii kurmanaa 3ffaa Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qorachaa jira.…
Gamaaggamni Sagantaa Asharaa Magariisaa bara 2015 gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Qophii Sagantaa Asharaa magariisaa bara 2015 irratti gamaaggamni gaggeeffamuu Ministeerri Qonnaa ibse.
Gamaaggamicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa…
Ityoophiyaan diinagdee biyya keessarratti xiyyeeffachuu hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan diinagdee biyya keessarratti xiyyeeffachuu hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen beeksisan.
Obbo Ahimad…
Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Ityoophiyaa daawwachuuf ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin Ityoophiyaatti guyyoota lamaaf daawwannaa hojii taasisuuf ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Wayita gabaa ayyaanaa hawaasni maallaqaa sobaa of eeggachuu qaba jedhame
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Bittaa fi Gurgurtaa gabaa Ayyaanaarratti hawaasni maallaqa sobaa of eeggachuu akka qabu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii hubachiise.
Waliin dhahiinsa…
Riifoormiin Humna Addaa kan gaggeefamuuf nageenyaa ummataa fi tokkummaa biyyaa ragaasisuuf,…
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Riifoormiin Humna Addaa kan gaggeefamuuf nageenya ummataa, tokkummaa biyyaa kan raggaasisuu fi humna nageenyaa cimaa ijaaruuf akka ta’e Itti Gaafatama…