Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daa’imaan naaannawaa waliitti bu’iinsaa fi hongeef xiyyeeffanaa akka kennamu gaafatame
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Dhaabbata Mootummootaa Gamtoomaniitti Dhaabbanni Gargaarsa Daa’immanii (UNICEF) Ityoophiyaatti daa’imaan naaannawaa waliitti bu’iinsaa fi hongeetti argamaniif…
Dhaabbileen tajaajilaa ayyaannni rakkoo malee akka kabajamaniif qophii barbaachisaa taasisu ibsan
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Ayyaana Du’aa ka’uu fi Iid Alfaxir rakkoo tokko malee akka kabajamaniif dhaabbileen tajaajilaa bishaan, elektirikii fi kanneen biroon qophii barbaachisaa…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Dura Taa’aa Koomishini Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Duraa Ta’aa Koomishini Gamtaa Afrikaa Musaa Faakii Mahaammat waliin dhimmoota garaagaraa…
Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Ivigeenii Tarkiihiin waliin dhimmoota…
Ityoophiyaanonni Turkiin jiraatan lammiilee kirkira lafaan miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Turkiin jiraatan lammiilee biyyattii balaa kirkira lafaan miidhamaniif deeggarsa taasisaniiru.
Deeggarsi kunneenis meeshaalee…
Dubartoota baadiyyaa ga’oomsuuf Islooveeniyaa waliin hojjechuuf waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Dubartoota naannawaa baadiyyaa Ityoophiyaa jiraatan ga’oomsuuf Islooveeniyaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteerra ga’ame.
Ministirri Ministeera…
Baatiwwan salgan darban Dubartoota diinagdeen cimsuuf liqiin Birriin biiliyoonni 2.2 kenname –…
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) –Raawwiin hojii sektaraalee Hawaasummaa Oromiyaa bakka sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa Obbo Abdulhakiim Muluu…
Shakkamtoonni meeshaalee waraanaa fayyadamuun yakka hannaa raawwatan adabbii cimaan adabaman
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni Meeshaalee waraanaa fayyadamuun iddoolee garaagaraatti yakka hannaa raawwachaa turan adabbii cimaa waggaa 20 hanga umurii guutuu adabamuu…
Walga’iin koree Gamtaa Ajajoota Poolisii Baha Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Walga’iin koree Gamtaa Ajajoota Poolisii Baha Afrikaa sosochii shororkeessummaa naannawichaa qolachuurratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa…
Oromiyaatti qonna Arfaasaatiin lafa hektaara kuma 764 ol irra sanyiin faca’uun ibsame
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonna arfaasaatiin hanga ammaattii lafa hektaara kuma 764 ol irra sanyiin faca’uun ibsame.
Jiilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo…