Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin marii ‘Addis Wag’ gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Mata duree "Dhaloota Ida'amuu horachuu" jedhuun waltajjiin marii 'Addis Wag' gaggeeffameera.
Waltajjichi Paarkii Michummaatti gaggeeffameera…
Kutaa Magaalaa Booleetti Pirojektiiwwan 85 Birrii miiliyoona 323 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti guyyoota 90 keessatti pirojektiiwwan nama irratti xiyyeeffatan 85 Birrii miiliyoona 323 oliin ijaaraman xumuramuun…
Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu aanga’oota Baankii Addunyaa, IMF fi IFC waliin mari’ate
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu aanga’oota Baankii Addunyaa, IMF fi IFC waliin mari’ateera.
Ministirri Ministeera…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu hojiilee misooma sululaa Aanaa Gammachiis daawwaate
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaan Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godinaa Harargee Lixaatti hojiilee misoomaa sulalaa hojjetaman daawwate.
Jilichi…
Dhaabbanni “Meenshin foor Meenshin” Deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisee
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Dhaabbanni "Meenshin foor Meenshin" hongee Godina Booranaatti mudateef deeggarsa garaagaraa Birrii miiliyoona 100 olitti tilmaamamu taasiseera.
Deeggarsi…
Naannoo Sidaamaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu xumuramaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu xumuramaa jiraachuu ibsameera.
Hogganaan Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa obbo Alamaayyoo…
Dooktar Liyaa Taaddasaan Ittaantuu Muummee Ministiraafi Ministira Dhimma Alaa Isloovaaniyaa waliin…
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ittaantuu Muummee Ministiraafi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayan waliin…
Naannoo Kibbaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Naannoo Kibbaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksise.Bu’uura caaseffama gurmaa’iinsa…
Bittaa dooniin walqabatee himatamani kan turan Koloneel Mahaammad Birhaanuu hidhaa fi maallaqaan…
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Bittaa dooniin walqabatee himatamanii kan turaan kutaa seeraa Koorporeeshinii Injiinariingii sibiilotaa duraanii Koloneel Mahaammad Birhaanuutti adabbiin…
Obbo Gabremaasqal Caalaan Jila Isloovaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Ministiri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabremaasqal Caalaan jila Itti Aantuu Muummee Ministira fi Ministira Dhimma Alaa…