Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummanni keenya qajeeltoowwan misoomaa sirriin hoogganamnaan raajii hojjechuu akka danda’u…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Ummanni keenya qajeeltoowwan misoomaa sirriin hoogganamnaan raajii hojjechuu akka danda’u qabatamaan agarsiiseera jedhan Pireezidaantiin Naannoo…
Ityoophiyaa fi Neezarlaandi sirna Itti fayyadama bishaanii fooyyessuuf waloon akka hojjetan ibsan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Neezarlaandi sirna itti fayyadama bishaanii fooyyessuuf waloon akka hojjetan ibsaniiru.
Ministirri Ministeera Bishaanii…
Ajandaalee jireenya ummtaa jijjiiran irratti xiyyeeffachuun hojjechaa jiraachuu Mootummaan Naannoo…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, ajandaalee jireenya ummataa gama hawaasummaa fi diinagdeen jijjiiran irratti xiyyeeffachuun hojjechaa jiraachuu Ittaanaan…
Dhaabbileen Beelaaruus Invastimantiin Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaa keessatti hirmaachuuf…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015(FBC)- Dhaabbileen Beelaaruus Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaa keessatti konkolaattota albuuda baasuuf oolan , qaamolee mootaraafi meeshaalee yaala fayyaa…
Murannoon Ityoophiyaan waliigaltee nageenyaa hojiitti hiikuuf agarsiifte dinqisiifatame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC) –Murannoon Ityoophiyaan waliigaltee nageenyaa hojiitti hiikuuf agarsiifte Yaa'ii Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin dinqisiifatameera.…
Daayrektarri olaanaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo obbo Salamoon Sookaan Gamtaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Daayrektarri olaanaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo obbo Salamoon Sookaan Gamtaa Teelekoominikeeshinii Idil Addunyaatti Daayrektara Afrikaa Ana…
Sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu miseensota hawaasa dippiloomaatikiitti beeksisuu gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu miseensota hawaasa dippiloomaatikii teessoo isaanii magaalaa Finfinnee taasisanitti beeksisuu gaggeeffamuu ibsameera.…
Ityoophiyaafi Jibuutiin damee Gumruukaan waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Jibuutiin damee Gumruukaan tumsaan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame.
Waliigaltichi kenniinsa tajaajila…
Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa damee tuurizimiin waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa damee tuurizimiin waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Biyyoonni lameen damee tuurizimiin haala waliin…
Hojiilee Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaarratti dhaabbilee tumsitootaa idil addunyaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)- Hojiilee Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaarratti dhaabbilee tumsitootaa idil addunyaa waliin waltajjiin marii Finfinneetti gaggeeffameera.…