Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imaltoonni Hajjii baranaa Birrii Kuma 315 akka kaffalan murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)- Imaltoonni Hajjii baranaa Birrii kuma 315 akka kaffalan tilmaamamuu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islamummaa Ityoophiyaa beeksise.
Mannii marichaa…
Waraqaan Qorannoo ka’umsaa tarsiimoo nyaataa fi Sirna nyaataa Haadhoolii fi Daa’immanii ifoome
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Waraqaan Qorannoo ka’umsaa tarsiimoo nyaataa fi Sirna nyaataa Haadhoolii fi Daa’immanii ifoomeera.
Qorannichi Immamataa nyaataa fi Sirna Nyaataa bara…
Dirree diijitaalaa carraa hojii uumuuf itti fayyadamuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Dirree diijitaalaa carraa hojii uumuuf itti fayyadamuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil ibsan.
Aadde…
Obbo Geetaachoo Raddaa Pireezidaantii Yeroo Naannoo Tigiraay ta’uun muudaman
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)- Obbo Geetaachoo Raddaa Pireezidaantii yeroo Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Tigiraay ta’uun muudamuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksise.
Manni Maree…
Ityoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf maallaqa barbaachisuun Doolaara biiliyoona 25.2…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Bara Faranjootaa 2019/2020 faayinaansii jijjiirama qabeenya qilleensaa Doolaara biiliyoona 25.2 argachuu qabdu keessaa Doolaara biiliyoona…
Ijaarsi Hidhaa Haaromsaa %90’rra ga’uun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)-Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa %90 irraa ga’uun ibsame.
Waggaa 12ffaa Dhagaan Bu’uuraa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophyaa kaa’amee…
Baatiiwwan jahan darbanitti deeggarsi namoomaa Birrii biiliyoona 14’tti dhiyaatu taasifameera-BGO
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)- Baatiiwwan jahan darbanitti deeggarsi namoomaa Birrii biiliyoona 14’tti dhiyaatu taasifamuu Buusaa Gonofaa Oromiyaa beeksise.
Hoggaanaan Busaa…
Magaalota jiraattotaaf mijatoo taasisuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jira- MMBM
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Magaalota jiraattotaaf mijatoo taasisuuf mootummaan xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa ibse.…
Rakkoolee godaantoota seeraan alaarraa gahu ittisuuf dhaabbileen qindoominaan hojjechu qabu jedhame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)- Rakkoolee godaantoota seeraan alaarraa gahu ittisuuf dhaabbileen qindoominaan hojjechu qabu jedhame.
Waltajjiin marii raawwii hojiilee baatiiwwan…
Godina Booranaatti biqiltuu miiliyoona 26 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)- Godina Boranaa biqiltuu miliyoona 26 dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Waajjirri qonnaa Godinichaa beeksise.
Aanaa Yaaballootti biqiltuuwwan…