Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Badhaadhina Ityoophiyaa dhugoomsuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira-Obbo Adam Faaraahi
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Paartiin badhaadhinaa paartii gurmaa’ina cimaa uumuu fi mootummaa cimaa ijaaruun badhaadhina Ityoophiya dhugoomsuuf xiyyeeffannaan hojjechaa…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 18ffaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera.
Manni Marichaa, wixinee labsii abbummaa…
Mootummaan Ityoophiyaa ibsa Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa baasee kan hinfudhanne ta’uu ibse
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)-Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa "Wayita walitti bu’iinsa kutaa Kaabaa Ityoophiyaa sarbamni mirga namoomaa olaanaan raawwatamaniiru" jechuun gabaasa…
Godinaaleen garaa garaa Manneen Barnootaa bultii Addaa WMOf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Godinaaleen Oromiyaa garaagaraa manneen barnootaa bultii addaa Waldaa Misooma Oromiyaa’f deeggarsa taasiisaniiru.
Godinaaleen Arsii lamaan, Jimmaa…
Godina Daawaatti lammiileen kumni 121ol deeggarsa yeroo ariifachiisaa barbaadu jedhame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Daawaatti lammiileen kumni 121 deeggarsa midhaan nyaataa yeroo ariifachiisaa barbaadu jedhameera.
Godina Daawaatti…
Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo naannolee garaagaraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)-Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo naannolee garaagaraatti gaggeeffamuu eegaleera.
Haaluma kanaan waltajjiin marii Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Saayintistii beekkamaan Eeggumsa naannoo Dooktar Tawaldee Birihaan boqotan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Saayintistii beekkamaan dhimma Eeggumsa naannoo Dooktar Tawaldee Birihaan Gabra Igzi'aabheer Addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Saayintistichi…
Hariiroo seena qabeessa Itoophiyaafi Yaman haaromsuun barbaachisaadha- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC) – Hariiroo seena qabeessa Itoophiyaafi Yaman hariiroo uummataa haalaan fayyadamuun haaromsuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraafi…
Naannicha bakkeewwan hongeen mudatetti dhiyeessii deeggarsa namoomaa bu’aa qabeessa taasisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC) – Naannoo Kibbaa bakkeewwan hongeen mudatetti dhiyeessii deeggarsa namoomaa bu’aa qabeessa taasisuuf hojjetaamaa jiraachuu kominikeeshiniin naannichaa…
Awutoobisii magaalaa kuma 2 oomishuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC) – Garee Injinariingii Ityootti Indaastiriin Oomisha Konkolaattootaa Bishooftuu fi Dhaabbanni Chaayinaa Yootooniing jedhamu Awutoobisii magaalaa Kuma 2…