Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Ministira Dhimma Alaa Yemen waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Agaanyahu Tashaagar Ministira Dhimma Alaa Yemen Ahimad Awadaahi Biin Mubaarak waliin mari’ataniiru.
Marii…
Fooramiin 8ffaan Walta’iinsa Indaastiriiwwan Idil Addunyaa eegale
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Fooramiin 8ffaan Walta’iinsa Indaastiriiwwan Idil Addunyaa Turki Magaalaa Istaanbulitti gaggeeffamuu eegaleera.
Kaayyoon fooramichas daldaltootaa…
Soomni Ramadaanaa Kamisa Iftaanii eegala
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Soomni Ramadaanaa bara Hijraa 1444ffaan Kamisaa dhufu eegala jedhame.
Addeessi eegallii Soomaa Ramadaanaa har’a waan hinmul’anneef Soomichi…
Lammiileen Ityoophiyaa 109 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebifaman
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Jibuuttiitti lammiilee Ityoophiyaa Godaansaaf Saaxilaman 109 geejjiba baaburaan gara biyyaattii deebifamuu Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise.…
Hatamtee kan fudhatamtee turte daa’imni waggaa 2 hordoffii taasifameen Sulultaatti argamte
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Tibba darbe guddiftuu isheen hatamtee kan fudhatamte daa’imni umrii waggaa 2 Sooliyaanaa Daani’eel, hordoffii Tajaajila Odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa…
Soomni Raamadaanaa 1444ffaan boru yookaan iftaan eegala
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)-Soomni Raamadaanaa 1444ffaan Addeessi yoo har’a mula’tte boru, yoo hinmul’anne Kamisaa akka eegalu Manni Maree Waliigalaa Dhimmootaa Islaamummaa…
Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu kitaaba Dhaloota Ida’amuu akka Oromiyaatti…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Sagantaan beeksisaafi galii walitti qabuu kitaaba Dhaloota Ida'amuu akka Naannoo Oromiyaatti Hoteela Sharaatanitti gaggeeffamaa jira.
Kitaabni…
Yaa’ichi muudamoota fi labsiiwwan dhiyaatan raggaasisuun xumurame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Yaa’iin Idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa marsaa 6ff aa Mana Maree naannoo Sidaamaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture labsiiwwanii fi muudamoota dhiyaatan…
Jigjigaatti ijaarsi giddu gala nyaataa ‘Tasfaa Birihaan’ eegalame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti ijaarsi giddu gala nyaataa ‘Tasfaa Birihaan’ eegalameera.
Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanaach Abeebee…
Magaalichatti Sagantaan wabii nyaataa fi fooyyaa’insa jireenyaa namoota kuma 11 ol fayyadamoo…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Sagantaan wabii nyaataa fi fooyyaa’insa jireenyaa namoota kuma 11 ol fayyadamoo taasiisu ifoomeera.
Sagantaa wabii nyaataa fi…