Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Itiyoophiyaa fakkeenyummaa qabu naannawichaaf ga’ee guddaa taphata – pir.…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan sirna mootummaa baroota dheeraa fi bulchiinsa fakkeenyummaa qabuun ga'een naannawa Gaanfa Afrikaa keessatti taphattu dabalaa dhufeera…
Uummata miliyoona 100 fi miliyoona 30 ol kan qabdu Itiyoophiyaan ulaa galaanaa dhorkamuun sirrii…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018(FMC) - Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad Uummata miliyoona 100 fi miliyoona 30 ol kan qabdu Itiyoophiyaan ulaa galaanaa dhorkamtee turuun sirrii miti…
Soomni baatii Ramadaanaa boru eegala
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018(FMC) - Baatiin waan mul'atteef soomni Baatii Qulqulluu Ramadaanaa 1447ffaan boru eegalama.
Manni Murtii waliigalaa Shari'aa Federaalaa Faanaa…
Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo ka’an
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo ka’aniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan simachuu kootti gammadeera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif gara Finfinnee dhufan simachuu kootti…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan simatan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif gara Finfinnee dhufan simataniiru.…
Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita…
Wayita soomanaa dhiifamni, Gaarummaa fi walgagargaaruun cimuu qaba – Abbootii Amantaa
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Wayita soomanaa Gaarummaa, dhiifama waliif gochuu fi walgagargaaruun cimuu qaba jedhan Abbootiin Amantaa.
Soomni guddaan (Ayyaana Du’aa Ka’uu…
Michummaa bara dheeraa Itiyoophiyaa fi Turkiyyee…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Hariiroon Dippiloomaasii Itiyoophiyaa fi Turkiyyee bara Faranjootaa 1896 eegale.
Turkiyyeen bara 1926 Itiyoophiyaatti Imbaasii ishee yoo bantu,…
Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Pirofeesar Jeefrii Saaksi waliin…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018(FMC) - Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Pirezidaantii Gamtaa Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii Pirofeesar Jeefrii…