Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugala wal’aansa dubartootaa fi daa’imman miidhaa koorniyaaf saaxilamanii babal’isuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Giddugala wal’aansa dubartootaa fi daa’imman miidhaa koorniyaaf saaxilamanii Hospitaalotaa hundatti babal’isuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa…
Dhaloonni hunduu Kitaabicha keessatti ofii isaa arga jedheen amana-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Dhaaloonni hunduu Kitaabaa “Dhaaloota Ida’amuu” keessatti ofii isaa arga jedheen amana jechuun Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad dubbatan.
Kitaabni…
Humni Qilleensaa Ityoophiyaa ga’umsa isaa caalmaan cimsuun nageenyaa naannawaa dabaltee…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Humni Qilleensaa Ityoophiyaa ga’umsa isaa caalmaan cimsuun yeroo ammaa nageenya naannawaa dabaltee xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu Ajaajaa olaanaan…
Ambaasaaddar Tashoomaa Togaan Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyatti Wamaama Afrikaa Bahaa fi Ganfaa…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)-Komishinarri Koomishinii Haroomsaa Biyyaalessaa Ambaassaaddar Tashoomaa Togaan Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyatti Wamaama Afrikaa Bahaa fi Ganfaa…
Kenniinsa tajaajila Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa cimuuf Mootummaan deeggarsa taasisu cimse itti…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)-Mootummaan Tajaajila Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa caalmaan guddisuuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Nyaanni madaalawaan lammiilee balaaf saaxilamaniif dhiyaatu dabaluun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Lammiilee balaa uumamaa fi namtolcheef saaxilaamaniif deeggarsi nyaataa madaalawaa dhiyaatu dabaluun murteessa ta’uu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartiin Badhaadhinaa qormaatilee ijoo shanaan mudachaa jiran ibse
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartiin Badhaadhinaa Birtootessaa 7-8, 2015 walga’ii gaggeesseen qirmaatilee ijoo shanaan mudachaa jiranii furmaata isaanii…
Nyaanni madaalawaan lammiilee balaaf saaxilamaniif dhiyaatu dabaluun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Lammiilee balaa uumamaa fi namtolcheef saaxilaamaniif deeggarsi nyaataa madaalawaa dhiyaatu dabaluun murteessa ta’uu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Obbo Zhaanxiraar Abbay Aqaaqii Qaalititti pirojektoota guyyoota 90 eebbisisan
Finfinnee, Bitootessa 9 ,2015 (FBC)- Itti Aanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Zhaanxiraar Abbaay Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittitti pirojeektoota guyyoota 90 keessatti nama irratti…
Kitaabni ‘Dhaloota Ida’amuu’ har’a eebbifama
Finfinnee Bitootessa 9, 2015 (FBC)-Kitaabni Ministira Muummee FDRI Abiy Ahimadiin barreeffame 'Dhaloota Ida’amuu' har'a ni eebbifama.
Kitaabnii 'Dhaloota Ida'amuu' kun…