Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonna ammayyeessuun oomishaafi oomishtummaa dabaluuf hojjechaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonna ammayyeessuun oomishaafi oomishtummaa baay’inaafi qulqullinaan dabaluuf hojjechaa jiraachuu ibseera.
Tarsiimoon…
Tigraayitti dhaabbanni bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 60 suphame tajaajila laachuu jalqabe
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay aanaa Carcaraatti dhaabbanni bishaan dhugaatii sababa waraanaan tajaajilaa ala ta'ee ture Birrii miiliyoona 60 suphame tajaajila laachuu…
Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa ibsa kenne
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa ibsa kenneera.
Ityoophiyaan riqicha gara boqonnaa olaanaatti ishee ceesisurratti kan argamtu ta’uu…
Saa’ud Arabiyaan tumsa diinagdeefi invastimantii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Saa’ud Arabiyaan tumsa diinagdeefi invastimantii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Saa’ud Arabiyaa…
Booranaatti roobni roobuu hordofee torbeen facaasaa labsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Godina Booranaatti roobni roobuu hordofee lafa hektaara kuma 115 ol qotamuuf karoorfame keessaa, lafti hektaarri kuma 42fi 264 facaasaaf qophii ta’uu…
Kantiibaan Magaalaa Dirree Dawaa Obbo Kadir Juhaar jila Kantiibaa Magaalaa Jibuutiin durfamu waliin…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Kantiibaan Magaalaa Dirree Dawaa Obbo Kadir Juhaar jila Kantiibaa Magaalaa Jibuutii Sa’iid Daawudiin durfamu waliin mari’ataniiru.
Jilli Kantiibaa…
Qaamoolee oomisha dhoksanirrattis tarkaanfiin ni fudhatama-BKO
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Qaal’iinsa gabaa mudateen walqabtee qaamolee oomisha dhoksanirrattis tarkaanfiin akka fudhatamu Biiroon Komiinikeeshinii Oromiyaa beeksiseera.…
Waldichi Birrii miiliyoona 82 hojii deebisanii ijaaruu hojjetaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa Dhaabbata Gargaarsaa Ameerikaa waliin ta’uun Birrii miiliyoona 82n hojii deebisanii ijaaruu hojjetaa jiraachuu…
Fooramiin Ministiroota tokkummaa naannawaa fi walitti hidhamiinsa daldalaa walabaa cimsa-Aadde…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Fooramiin 4ffaa ministirootaa dhimmoota godaansaa Afrikaa Bahaa fi Naannawaa Gaanfa Afrikaa tokkummaa naannawaa fi walitti hidhamiinsa daldalaa walabaa…
Jarman milkaa’ina hojiilee Komishinii Haaromsa Biyyaalessaaf deeggarsa kan taasistu ta’uu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Komishinari Komishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Uur waliin mari’atan.…