Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Antoonii Biliinkan murannoo mootummaan Ityoophiyaa waliigaltee Piriitooriyaa hojiitti hiikuuf qabu…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) –Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan murannoo mootummaan Ityoophiyaa waliigaltee Nageenyaa Piriitooriyaa hojiitti hiikuuf qabu dinqisiifataniiru.…
Ameerikaan guutumman hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa hordofee Ityoophiyaa garaa…
Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Ameerikaan guutumman hojiirraa oolmaa waliigaltee nageenyaa hordofee Ityoophiyaa fayyadamtuummaa 'AGOA’tti deebisuuf kutannoo qabaachuu Ityoophiyatti…
Antoonii Biliinkan Dura Taa’aa Koomishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’atan
Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti daawwannaa kan taasisanii turan Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan Dura Taa’aa Koomishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…
Hongee Ityoophiyaatti mudateef deebii laachuuf Doolaarri biiliyoonni 2 ni barbaachisa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Hongee Ityoophiyaatti mudateef deebii laachuuf Doolaarri biiliyoonni 2 kan barbaachisu ta’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessaa…
Daawwanaan Antoonii Biliinkaan michummaa Ityoophiyaa fi Ameerikaa gara boqonnaa haaraatti kan…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) - Daawwanaan Ministira Dhimmaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkaan Michummaa Ityoophiyaa fi Ameerikaa gara boqonnaa haaraatti kan ceesisuu ta’uu…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gabaa tasgabbeessuuf hojjetaan jira jedhe
Finfinnee, Bitootessa 7, 20215 (FBC)-Mootummaan Naannoo Oromiyaa gabaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Biiroo Daldalaa Oromiyaa, daldaltootaa fi yuuniyeenota Oromiyaa keessaa…
Rippaabilikiin Cheek walta’iinsa diinagdee Ityoophiyaa waliin qabdu akka cimsitu mirkaneessite
Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Rippaabilikiin Cheek walta’iinsa diinagdee Ityoophiyaa waliin qabdu akka cimsitu beeksiste.
Rippaabilikiin Cheek Ityoophiyaa waliin damee qonnaa,…
Antoonii Bilinkan daawwannaa Ityoophiyaa xumuruun deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa Ityoophiyaatti taasisan xumuruun deebi’aniiru.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi…
Yaa’iin Ce’umsa Haqaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Haqaa fi Gamtaan Afrikaa waloon kan qopheessaan Yaa’iin Ce’umsa Haqaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti muuxannoon…
Bulchiinsi Magaalichaa manneen kuma dhibba 1 ijaarsiisuuf sanada waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Manneen Waliin jireenyaa kuma dhibba 1 ijaarsisuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.
Gaaffii manneen waliin jireenyaa…