Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti qaamolee oomishaalee xaafiifi qamadii kuusuun qaala’iinsa gatii uuman irratti…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti qaamolee oomishaalee xaafiifi qamadii kuusuun qaala’iinsa gatii uuman irratti tarkaanfiin keessa deebii hin qabne kan fudhatamu…
Hoggantoota naannoo Tigraay tasgabbeessuufi deebisanii dhaabuuf gaheesaanii ba’ataniif beekamtiin…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Sagantaan Hoggantoota naannoo Tigraay tasgabbeessuufi deebisanii dhaabuuf gaheesaanii ba’ataniif beekamtii kennuu marsaa 2ffaan gaggeeffamuu ibsame.…
Ameerikaan hariiroo yeroo dheeraa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti- Antoonii Bilinkan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Ameerikaan hariiroo yeroo dheeraa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan…
Antoonii Biliinkan waajjira jalqabaa Qonsilaa Ameerikaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan Waajjira jalqabaa Qonsilaa Embaasii Ameerikaa dawwataniiru.
Mooraa Ameerikaa keessatti kan argamu…
Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 331 ol taasiste
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan Ameerikaan deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona dhibba 3fi miiliyoona 31 ol Ityoophiyaaf taasisuu ifoomsan.…
MM Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis dhimmoota biyyaa…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Chaayinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad irra deebiin yeroo 3ffaaf kan filataman Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingiif ergaa baga gammaddanii…
Dhaabbileen bu’aa qabeessummaa invastimantii guddisuurratti xiyyeeffachuun guddina qabatamaaf…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Dhaabbileen bu’aa qabeessummaa invastimantii guddisuurratti xiyyeeffachuun guddina qabatamaaf hojjechuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Manni Maree magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 2ffaa isaan muudama garaagaraa raggaasiseera.
Haaluma kanaan
1. Dooktar Jamaaluu…
Daandiin Qilleensaa Magaalaa Kuwaalaa Laapuritti torbanitti yeroo 4 balalii akka taasisu beeksise
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Magaalaa Kuwaalaa Laapuritti torbanitti yeroo 4 balalii taasisuuf qophii xumuruu beeksise.
Daandichi Bitootessa 16,…