Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Koonsootti balaa lolaan lubbuun namoota 13 darbe
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Naannoo Kibbaa godina Koonsootti roobaa cimaa roobe hordofee balaa lolaa mudaten lubbuun namoota 13 darbuu ibsame.
Godinicha aanaa Naannawwa Saganitti…
Gumiin Balal marsaa 30ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Gumiin Balal marsaa 30ffaan mataduree "Kalaqaa fi Teeknooloojii Walqixxummaa Koorniyaaf" jedhuun gaggeeffame.
Waltajjichi Guyyaa Dubartoota Addunyaa…
Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti balaa Ibiddaa mudateen manneen daldalaa 42 barbaada’an
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 10tti balaa Ibiddaa mudateen manneen daldalaa 42 barbaada’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa magaalaa Finfinnee…
Mariin rakkoolee damee konistiraakshiniif furmaata barbaaduurratti kaayyeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Rakkoolee idil addunyaafi biyya keessatti mudatanii turan hordofee waggoottan arfan darbanitti damee konistiraakshiniirra miidhaa guddaan gahuu ibsameera.…
DhMG dhiibbaa dubartootaa hir’isuuf mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii dhiibbaa dubartootaa hir'isuuf mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechaa jiraachuu ibseera.
Dhaabbata Mootummoota…
Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee isaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti har’a gaggeessuu eegaleera.…
Ijibti haasawaa itti gaafatamaa hinqabnee fi sodaachisarraa akka of qusattu Ityoophiyaan hubachiiste
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ityoophiyaa, hidhaa Haaromsaa ilaalchisuun “ Filmaanni hunduu banaadha” jechuun ibsa Ministirri Dhimma Alaa Ijibti kennan…
Hanqina dhiyeessii Oomishaalee waaraan furuuf naannoleerraa galchuuf waliigalameera – MDWHN
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Daldaltoonni Faddaaltootaan deeggaramuun shira gabaa xaxaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise.
Ministeerichi…
Ityoophiyaa fi Sudaan walta’iinsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa fi Sudaan damee kominikeeshinii odeeffannoo, teeknooloojii dijitaalaa fi teelekominikeeshiniin walta’iinsaan hojjechuuf…
Koorporeeshiin Manneen Federaalaa hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10…
Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneen Federalaa Godina Booranaa fi naannawichatti hawaasa hongeen miidhaaman deebisanii dandamachiisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona…