Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 220 taasise
Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa kutaalee biyyattIi garaagaraatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2fi miiliyoona 20 taasisuu…
Bittaa Xaa’oo bara Oomishaa 2015/16f Birrii biiliyoonni 21 deeggarsi taasiifame – Ministeera Qonnaa
Bittaa Xaa’oo bara Oomishaa 2015/16f Birrii biiliyoonni 21 deeggarsi ni taasiifama – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Galteewwanii fi Bittaa Xaa’oo bara Oomishaa…
Rakkoo manneen jireenyaa furuuf bulchiinsi magaalichaa dhaabbiilee mootummaa fi miti-mootummaa…
Finfinnee, Bitootessa 5 , 2015 (FBC)- Rakkoo manneen jireenyaa magaalaa Finfinnee furuuf bulchiinsi magaalichaa dhaabbiilee mootummaa fi miti-mootummaa waliin hojjechaa jiraachuu kantiibaan…
Ministeerri Barnootaa barattoota Godina Booranaaf deeggarsa dabtara barnootaa Birrii Miiliyoona 18…
Finfinnee, Bitootessa 5 , 2015 (FBC)- Ministeerri Barnootaa barattoota godina Booranaaf deeggarsa dabtara barnootaa Birrii miiliyoona 18 fi kuma dhibba 7fi kuma 12 olitti tilmaamamu taasisuu…
Godinichatti Rooba cabbii makate roobeen qabeenyi Birrii miiliyoona dhibba 3 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaalee Ambaasalii fi Albiikootti Rooba cimaa cabbii makate roobeen qabeenyi Birrii miiliyoona dhibba 3 olitti tilmaamamu…
Komishiniin Invastimantii abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin waliigaltee mallatteessuu ibsame.
Waliigaltichi piroojektiiwwan ijaarsa…
Miidhaan Foolii fi Aarri Warshaa Simmintoo Kuyyuu keessaa ba’u qaqqabsiisu dabalaa jiraachuu…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Foolii fi Aarri warshaa Simmintoo Kuyyuu keessaa ba’u miidhaalee garaagaraa qaqqabsiisuu itti fufuu jiraattoonni Aanaa Kuyyuu komatan.
Warshaan…
Naannoo Kibbaatti lammiileen miiliyoonni 2 ol deeggarsa ariifachiisaa barbaadu jedhame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Hongee muudateen walqabatee Naannoo Kibbaatti lammiileen miiliyoonni 2 ol deeggarsa midhaan nyaataa ariifachiisaa kan barbaadaan ta'uu Komishiniin…
Damee albuudaarratti shirri daldalaa olaanaan naannoolee Beenishaangul Gumuzii fi Gaambeellaatti…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Damee albuudaarratti shirri daldalaa olaanaan naannoolee Beenishaangul Gumuzii fi Gaambeellaatti rakkoo uumaa jiraachuun ibsame.
…
Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Mahaammad daawwannaa hojiif Asmaraa galan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Mahaammad daawwannaa hojii guyyoota lamaaf har’a Asmaraa galaniiru.
Pireezidaanti Hasan Mahaammad wayita…