Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamtaan Awurooppaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu guddisuuf fedhii qabaachuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu caalmaatti guddisuuf fedhii qabaachuu Tajaajila Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaatti Itti aanaa…
Hariiroon ummata Ityoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu jiru dabalaa jira- Pireezidaantii Somaaliyaa
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Hariiroon obbolummaa uummata Ityoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu jiru yeroo gara yerootti dabalaa jiraachuu Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek…
Biirichi sagantaa dorgommii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa marsaa 2ffaa borurraa eegalee ni…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa sagantaa dorgommii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa marsaa 2ffaa borurraa eegalee kan qopheessu ta'uu beeksise.…
Naannoo Sidaamaatti Piroojektii Bishaan Dhugaatii lammiilee kuma 84 fayyadamoo taasiisu ijaaruuf…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Naannoo Sidaamaa magaalaa Dhaayeetti Piroojektiin Bishaan Dhugaatii qulqulluu lammiilee kuma 84 fayyadamoo taasiisu ijaaruuf dhagaan bu'uuraa kaa'ame.…
Af-Yaa’iiwwan naannolee magaalaa Gaambeellaa galan
Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Af-Yaa’iiwwan naannolee hundaafi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa magaalaa Gaambeellaa galuu ibsameera.
Af-Yaa’iiwwan kunneen wayita buufata xiyyaaraa…
Humni walichaa namoota dhuunfaa daddabarsa Doolaara seeraan alaa fi yakka biroon shakkaman to’annoo…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Humni waloo Nageenyaa namoota dhuunfaa daddabarsa Doolaara seeraan alaa fi yakka biroon shakkaman to’annoo jala oolchuu beeksise.
Humni walichaa…
Lammiilee Booranaa hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf Konsartiin qophaa’e – WAO
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Lammiilee Booranaa hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf Konsartiin qophaa’uu Waldaan Artiistoota Oromoo beeksise.
Konsartii ‘Lammiikoof’ jedhu…
Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 taasifame
Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Giddugala Waldhaansa Fayyaa Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100’tti shallagamuu taasifameera.
…
Waliigalteen daldala midhaan alaa Yuukreen haaromfamuu gabaafame
Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Waliigalteen daldala midhaanii Yuukreen gama Garba Gurraachaan akka taasistu ishee dandeessisu haaromfamuu Ittaanaan Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa…
Abbootiin Gadaa tumsa bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee hongeen miidhamaniif taasise…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Abbootiin Gadaa Godina Booraana tumsa bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee hongeen miidhamaniif taasise galateeffataniiru.
Abbootiin Gadaa kunneen…