Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti dhorkiin tajaajila lafaa fi dhimma lafaan wal qabatan irra ture ka’e
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhorkiin tajaajila lafaa fi dhimma lafaan wal qabatan irra kaa’amee ture ka’uu Biiroon Bulchiinsaa Lafaa magaalichaa beeksise.…
Oromiyaatti oomishini qamadii bonee lafa heektaara kuma 80 irraa walitti qabame-BQO
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Oromiyaatti oomishini qamadii bonee lafa heektaara kuma 80 irraa walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.
Naannichatti omishni qamadii bonee…
Hariiroo obbolummaa fi tokkummaa hawaasa naannoo Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Konfiraansiin nageenyaa fi misoomaa Naannoolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuzii fi Gaambeellaa Magaalaa Kaamaashitti gaggeeffameera.
Ummanni Oromoo…
Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas Sukkaara oomishuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas Sukkaara oomishuu eegaluu beeksiise.
Warshichi eda halkan sa’aatii 1:00 eegalee Sukkaara Adii oomishuu jalqabeera…
Sagantaan Cimsa Sirna Nyaataa Ityoophiyaa Magaalaa Dirree Daawaatti eegale
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Sagantaan Cimsa Sirna Nyaataa Ityoophiyaa Magaalaa Dirree Daawaatti eegaleera.
Sagantichi Ministeera Qonnaan qophaa’e yoo ta'u, adeemsa cimsa sirna…
Qabeenyi Ummataa fi Mootummaa Birrii biiliyoona 2.2 ta’u qisaasa’e – KFMB
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) –Sadarkaa biyyatti Qabeenyi Ummataa fi Mootummaa Birrii biiliyoona 2.2 ta’u qisaasa'uu Koreen Farra Malaammaltummaa biyyaalessaa ibse.
Korichi…
Walitti bu’iinsa keessaa ba’uun gara Ijaarsa Diinagdeetti ceeneerra – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa haala Waqtaawaa ilaalchisuun ibsa torbee laateera.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii 5ffaa biyyoota…
Ityoophiyaafi Keeniyaan yaaddoo nageenyaa naannawaa dangaa waloon ittisuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Keeniyaan yaaddoo nageenyaa naannawaa dangaa biyyoota lameeniirratti mul’atu waloon ittisuuf waliigaluu ibsame.
Jilli Ministir Deetaa…
Koreen farra malaammaltummaa biyyaalessaa hojiilee hanga ammatti raawwaatee fi kallattii itti…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Koreen farra malaammaltummaa biyyaalessaa hojiilee hanga ammatti raawwaatee fi kallattii itti aanurratti marii gaggeessaa jiraachuu ibsameera.…
Finfinneetti tajaajilli konkolaattota Baajaajii borurraa eegalee uggurame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaa borii Guraandhala 30, 2015 irraa eegalee tajaajilli geejjibaa konkolaattota miila sadii fi afurii (baajaajii) naannawaa…