Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Booranaatti hanqina Bishaanii hambishuuf pirojektiiwwan Birrii biiliyoona 5 oliin ijaaramaa…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Godina Booranaatti hanqinaa bishaanii hambisuuf pirojektiiwwan garaagaraa Birrii Biiliyoona 5 oliin ijaaramaa jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi…
Naannoon Kibba-Lixa Ityoophiya deeggarsa akaakuu fi callaan Birrii miiliyoona 15 taasise
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Naannoon Ummatoota Kibba-Lixa Ityoophiya Naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi callaan Birrii miiliyoona 15 taasise.…
Dubartoota dhiibbaa uuman horachuun biyya ijaaruuf itti gaafatamummaa keenya ba’uu qabna-…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Dubartoota ofitti amanmummaa qabanii fi dhiibbaa uuman horachuun, karaa fayyadamummaan dubartootaa mirkaneesseen biyya bu'uura cimaa ijaaruuf itti…
Obbo Ahimad Shideen Dura Taa’ummaa Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa Keeniyaarraa fuudhan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen dura taa’ummaa Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa Keeniyaarraa fuudhaniiru.
Walga’iin Ministiroota…
Giddugalli Raawwii Ergama Naannawaa Kaartuum yakkoota daangaa ce’oo ittisuurratti gahee olanaa…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)-Giddugallii Raawwii Ergama Naannawaa Kaartuum yakkoota daangaa ce’oo ittisuurratti gahee olaanaa bahachaa jiraachuu Intarpool ibse.
Miseensa…
Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaarratti miseensotaa Poolisii gochaa hinmalle raawwatanirratti…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa kabajamerratti miseensota Poolisii gochaa hinmalle raawwatanirratti tarkaanfii seeraa…
Baankiin Oromiyaa Lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) - Baankiin Oromiyaa Lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasisuu ibsameera.
Hojii Raawwachisaa Olaanaan Baankii Oromiyaa…
Tajaajila teeknooloojiin deeggarame laachuuf hojjetamaa jira – Dooktar Tashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) - Kutaalee Magaalootaa Shaggar haaraa gurmaa’anitti tajaajila Teeknooloojiin deeggarame laachuuf hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Yaa’ii 5ffaan biyyoota guddachaa jiraanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimmoota…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Yaa’iin 5ffaa biyyoota guddachaa jiranii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii mata duree “Dandeettii kuufamaa gara badhaadhinaatti” jedhuun Kuwaataar…
Angafti yoo beela’u teenyee hinilaallu-Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Manneen hojii Ministeeroota garaagaraa hawaasaa Godinaa Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa garaagaraa Birrii miiliyoona 115'tti tilmaamamu…