Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomishaaleen albuudaa Biroomiiniifi Kirooliiniin yeroo dhiyootti gabaa alaafi biyya keessaaf kan…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Oomishaaleen albuudaa Biroomiiniifi Kirooliiniin yeroo dhiyootti gabaa alaafi biyya keessaaf kan dhiyaatan ta’uu ibsameera.
Ministir Deetaan…
Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen Pireezidaantii Naayijeeriyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Pireezidaantii haaraa Naayijeeriyaa Boolaa Tiinuubuuf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Boolaa Tiinuubuun…
Hambaaleen Ityoophiyaa saamaman 538 ol Ingilizitti argamuu gabaafame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Hambaaleen aadaa Ityoophiyaa saamaman 538 ol Ingilizitti argamuu gabaafameera.
Hambaaleen kunneen bara faranjootaa 1868 wayita Ingiliz Ityoophiyaa…
Mariin invastimantii Abbootii qabeenyaa Paakistaanii fi Magaalaa Shaggar gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)-Waltajjiin Mariin invastimantii Abbootii qabeenyaa Paakistaanii fi Magaalaa Shaggar gaggeeffameera.
Maricharratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Godaantota kuma 100 Somaaliyaarraa Ityoophiyaa seenaniif deeggarsi dhihaachaa jira-Ejensii…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Godaantota kuma 100 sababa walitti bu’iinsaan Somaaliyaarraa buqqa’uun gara Ityoophiyaa seenaniif deeggarsi dhihaachaa jiraachuu Ejensiin Godaantotaa…
Ityoophiyaa fi Kuweet hariiroo poolisummaa cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Kuweet hariiroo poolisummaa cimsuuf waliigalaniiru.
Komishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Chaayinaan barattoota Ityoophiyaa 100 oliif carraa barnoota bilisaa laatte
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Chaayinaan barattoota Ityoophiyaa 100 oliif carraa barnoota bilisaa kennuu ibsame.
Carraan barnootaa kenname kun qaama “Chaayinaa- Ityoophiyaa…
Yaa’iin bulchiinsa Interneetii Idil Addunyaa bu’uuraalee misoomaa Interneetiirratti xiyyeeffachuu…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Jaappaanitti kan gaggeeffamu yaa’iin 18ffaan Bulchiinsa Interneetii Idil Addunyaa bu’uuraalee misoomaa Interneetiirratti xiyyeeffachuu akka qabu…
Hojiileen nageenyaa fi haqaa hojjetaman misooma naannichaa kan ariifachiisan ta’uu qabu-Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Hojiileen nageenyaa waaraa fi haqaa mirkaneessuuf hojjataman hojiilee misooma naannichaa daran ariifachiisuuf hojjetaman ta'uu akka qaban Ittaanaan…
Dhaabbanni Daldalaa Qarcaanshee fi Yuunivarsiitiin Waraabee hawaasa Booranaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Dhaabbanni Daldalaa Qarcaanshee fi Yuunivarsiitiin Waraabee hawaasa Booranaa hongeen miidhameef deeggarsa taasisan.
Dhaabbanni Daldalaa Qarcaansheen…