Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Ityoophiyaa fi Rippaabilikiin Cheek walta’iinsa gam-lameeniirratti mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa fi Rippaabilikiin Cheek gidduutti hammattoo walta’iinsa damee qonnaa fi bishaanii haaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa kan…
Oromiyaan qabeenya Aadaa fi Tuurizimii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaarratti beeksiste
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Qabeenyi Aadaa fi tuuriizimii Naannoo Oromiyaa waltajjii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaa Jarman Barliinitti gaggeeffamaa jirurratti dhiyaate.…
Ityoo Teelekoom Hojjettoota Qulqullina Magaalaa Finfinnee dubartoota 353 bilbilaa ammayyaa badhaase
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) -Ityoo Teelekoom Hojjettoota Qulqullina Magaalaa Finfinnee dubartoota 353 bilbilaa ammayyaa badhaaseera.
Badhaasichi guyyaa dubartoota Idil Addunyaa…
Hanga ammaatti lammiileen hongeen miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 50…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) – Hanga ammaatti lammiilee sababa hongeen rakkoof saaxilamaniif karaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona50…
Qaamolee lammiilee hongeen miidhamaniif tumsa taasiisaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) – Hongee godinaalee Oromiyaa garaagaraatti mudate hordofee qaamolee lammiilee miidhamaniif tumsa taasiisaniif beekkamtiin marsaa jalqabaa laatameera.…
Argisiisni Daldala fi Tuuriizimii Idil Addunyaa Ityoophiyaan irratti hirmaachaa jirtu Barliinitti…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Argisiisni Daldala fi Tuuriizimii Idil Addunyaa Ityoophiyaan irratti hirmaachaa jirtu Barliinitti gaggeeffamaa jiraachuu Ministeerri Tuuriizimii…
Guyyaa dubartootaa sababeeffachuun balaliin dubartootaan hogganamu gaggeeffame
Finfinee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Guyyaa Dubartootaa Addunyaa sababeeffachuun guutummaatti balalii dubartootaan hogganamu gaggeesseera.
Guyyaan…
Ce’umsa haqaarraa adda durummaan kan fayyadamu dubartoota ta’uu eerame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) – Filannoowwan Imaammata Ce’umsa Haqaarratti mariin gaggeeffamaa jira.
Walitti bu’iinsa keessatti miidhamtoonni dubartoota akkuma ta’an Ce’umsa…
Hariiroo Ityoophiyaa fi Jibuutii gama maraan cimsuuf ni hojjenna-Pireezidaantii Jibuutii
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Hariiroo Ityoophiyaa fi Jibuutii gama maraan cimsuuf kan hojjatamu ta’uu Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa'el Omar Geelleen ibsan.
Daawwannaa hojiif…
Hongeen naannoo Kibbaa aanaalee muraasa keessatti mudate lammiileefi beelladootarra miidhaa akka hin…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Hongeen naannoo Kibbaa aanaalee muraasa keessatti mudate lammiileefi beelladootarra miidhaa akka hin geessisneef hojjetamaa jirachuu ibse.
Sababa…