Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Intarpiraayizoota gara guddattuu giddugaleessaatti ceesisuu marsaa 13ffaan eegalame
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Sagantaan Intarpiraayizoota gara guddattuu giddugaleessaatti ceesisuu marsaa 13ffaan Adaamaa Galma Abbaa Gafaatti eegalameera.
Qopheessummaa Biiroo…
Waamicha dhalootaaf taasiifameen maaddii biyyaaf Birriin biiliyoonni 1.4 walitti qabame
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Waamicha dhalootaaf taasiifameen maaddii biyyaaf hanga ammaatti Birriin biiliyoonni 1.4 walitti qabamuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
MM Abiy Ahimad Dohaa galan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yaa'ii biyyoota guddataa jiranii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamurratti hirmaachuuf Kuwaataar Dohaa…
Obbo Dammaqaa Makonnin abbootii qabeenyaa Azarbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin abbootii qabeenyaa Azarbaajaan waliin mari’achuu ibsame.
Obbo…
Naannoo Harariitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Naannoo Hararii aanaa Soofii bakka Harawee Saaltoo jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuu ibsame.
Balichi konkolaataa fe’umsaa…
Jilli hoggantoota olaanoo Gambeellaa hoggantoota olaanoo Sudaan Kibbaa naannawaa daangaa Gaambeellaa…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Jilli hoggantoota olaanoo Gambeellaa hoggantoota olaanoo Sudaan Kibbaa naannawaa daangaa Gaambeellaa jiran waliin Sudaan Kibbaa magaalaa Juubaatti…
Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO bara 2014tti qormaata kutaa 12ffaa fudhataniif…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa barattota bara 2014tti qormaata kutaa 12ffaa qoramaniif Magaalaa Adaamaatti Sirna…
Dhiyeessiin deeggarsa namoomaa fooyya’iinsa agarsiisus fedhii jiru waliin wal hin simu- Jiraattota…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaa hordofee dhiyeessiin deeggarsa namoomaa fooyya’iinsa agarsiisus fedhii jiru waliin wal hin simu jedhan jiraattonni naannoo…
Gamaaggamni Raawwii karoora baatiiwwan 6 darbanii dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii federaalaafi…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Gamaaggamni Raawwii karoora baatiiwwan 6 darbanii dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii federaalaafi naannolee gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Baankiin Siinqee lammiilee Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona115 taasise
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015 (FBC)-Baankiin Siinqee lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona115 taasiseera.
Pireezidaantii Baankii Siinqee Obbo Nuwaay…