Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbootiin qabeenyaa biyya keessaafi alaa 20 ol caalbaasii warshaalee sukkaaraa gara dhuunfatti…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Abbootiin qabeenyaa biyya keessaafi alaa 20 ol caalbaasii warshaalee sukkaaraa 8 gara dhuunfatti naannessuuf ba’erratti hirmaachuuf fedhii qabaachuu…
Baankiin Awaash Ummata Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasise
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)- Baankiin Awaash Ummata Booranaa Sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrrii Miiliyoona 30 taasiseera.
Baankichi akka beeksisetti…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa daandiile biroo caalaa Biyyoota Afrikaatti qaqqabamaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa daandiile qilleensaa biroo caalaa balalii Biyyoota Afrikaatti taasisuun adda duree ta’uun ibsame.
Ardii…
Qamadii ofiin oomishnee malee gargaarsaanis ta’e bittaan alaa galchuu dhiisuun birmadummaa nyaataa…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)- Qamadii ofiin oomishne malee gargaarsaanis ta’e bittaan alaa galchuu dhiisuun birmadummaa nyaataa keenya kabachiisuu qabna jechuun Ministirri…
Aadde Mufariyaat Kamiil Ministira Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) –Ministirri Mimisteera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil Ministira Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Somaaliyaa Biihi Imaan waliin mari'ataniiru.…
Gumichi Waamichi araaraa fi nageenya buusuu jalqabame akka milkaa’uuf guyyaa kadhannaa labse
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Waamichi araaraa fi nageenya buusuu jalqabame akka milkaa’uuf Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa guyyaa kadhannaa labseera.
Gumiin Dhaabbilee…
Eejensiin Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa Yuuniyenoota qindeessuun deeggarsa Birrii miiliyoona 11…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)- Ejensiin Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa Yuuniyenoota Naannoo Oromiyaatti argaman qindeessuun hawaasa Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Sirna kaffaltii bittaafi gurgurtaa boba’aa guutumaan guutuutti elektirooniksiin eegalamuuf ta’uu…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Sirna kaffaltii Bittaafi gurgurtaa boba’aa guutumaan guutuutti elektirooniksiin eegalamuuf ta’uu ibsameera.
Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksiifi…
Waldaan Qaxxaamura Diimaa Biyyaalessaafi Damee Oromiyaa horsiisee bultoota Booranaaf deeggarsa…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Godina Booranaatti Waldaan Qaxxaamura Diimaa Biyyaalessaafi Damee Oromiyaa horsiisee bultoota Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Boruu eegalee ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan taphoonni Boru Maancheesteer Siitii fi Niwuukaastiil, Arsenaalii fi Boornimaawuz gidduutti taphatamu…