Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Gabramasqal Caalaafi Ambaasaaddar Naasisee Caaliin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman waliin…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaafi Ministirri Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin…
Dhaabbatni bishaan Gold hawaasa booranaa hongeen miidhameef deeggarsa Birrii miiliyoona 25tti…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Dhaabbatni bishaan Gold hawaasa booranaa hongeen miidhameef deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 25tti tilmaamamuu taasiseera.
Dhaabbatichi midhaan…
Roozimariin oomisha al-ergii ta’uurra darbee lafa Asiidummaan miidhame dandamachiisa – BQO
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Roozimariin oomisha al-ergii ta'uun sharafa alaa argamsiisuurra darbee lafa Asiidummaan miidhame kan dandamachiisu ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Kutaa magaalichatti hojiileen maaddii guutuu fi namarratti xiyyeeffatan tajaajilaaf banaman
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti hojiileen maaddii guutuu fi nama namarratti xiyyeeffatan guyyoota 90 tajaajilaaf banamuu Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.…
Godina Booranaatti Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanoo seenaniif deeggarsi maallaqaa taasifame
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Godina Booranaatti Barattoota dhaabbilee barnoota olaanootti darbaniif deeggarsi maallaqaa taasifameera.
Ijoollee horsiisee bulaa maatiin isaanii…
Qonnaan Bultoonni naannoo Tigraay gara hojii idileetti deebi’aa jiraachuu ibsan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Qonnaan Bultoonni naannoo Tigraay waliigaltee nageenyaa as gara hojii idileetti deebi’aa jiraachuu ibsaniiru.
Qonnaan bultoonni kunneen hanqinni…
Obbo Dammaqaa Makkonnin Ittaantota Ministiroota Dhimma Alaa Kaazaakistaaniifi Sarbiyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makkonnin Ittaantota Ministiroota Dhimma Alaa Kaazaakistaaniifi Sarbiyaa…
Bulchiinsichi hojmaata badaa hambisuuf kan tumsu sooftweerii haaraa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo rakkoolee bulchiinsa gaarii fi hojmaata badaa ni hambisa kan jedhame Sooftiweerii eeruu kalaquun ifoomse.
Walharkaa…
Abbootiin qabeenyaa Hindi Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’aniif hojjetamaa…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Abbootiin qabeenyaa Hindi Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’aniif hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 6 deeggarsa…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Wallaggaa hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamuu taasiiseera.
Yuunvarsiitichi…