Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Buunnoo Beddelleetti Qamadii jallisiin misoome walitti qabuun eegalame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleetti Qonnaan bultoonni Aanaa Dhidheessaa Qamadii kilaasteraan misoomsan walitti qabuu eegalaniiru.
Aanaa Dhidheessaatti…
Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Beeljiyeemiifi Daayrektara Tumsa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Komishinarri Komishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Beeljiyeem Kiraa Sandibajargifi Embaasii…
Jilli Ministira Maallaqaa Ahimad shideen durfamu dhaabbilee faayinaansii Chaayinaa waliin mari’ate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Maallaqaa Ahimad Shideen durfamu dhaabbilee Faayinaansii olaanoo Chaayinaa waliin dhimmootaa walta’iinsaa invastimanti cimsuu…
Duumessii fi roobni gadaanaan mul’atu yeroo isaa eegee cimee itti fufa-Inistiitiyuuticha
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Kutaalee biyyattii hedduutti duumessi fi roobni gadaanaan mul’atu yeroo isaa eegee akkasumas cimee kan itti fufu ta’uu Inistiitiyuutiin Raaga Haala…
FAO’n Booranaaf deeggarsa margaa Beelii kuma 5 fi 700 taasiise
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa (FAO) Godina Booranaatti hawaasa horsiisee bultootaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa margaa Beelii kuma 5…
Barattoota qabxii olaanaa galmeessan 273’f Iskoolaarshiippiin kennamuu MM Abiy Ahimad ibsan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Barattoota qabxii olaanaa galmeessan 273 Emereetota Arabaa Gamtoomaniitti carraan barnootaa Iskoolaarshiippii guutuun kennamuu Muummeen Ministiraa FDRI…
Naannichi hoggantootaa fi hojjettoota ragaan barnootaa sobaa irratti argame kuma 1 fi 900 hojiirraa…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Naannoon Ummatoota Kibba Lixa Ityoophiyaa hoggantootaa fi hojjettoota ragaan barnootaa sobaa irratti argame kuma 1 fi 900 hojiirraa gaggeessuu…
Guyyaa ‘Sagantaa Nyaataa Manneen Barnootaa’ ilaalchisuun muuxannoo waljijjiirraan gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa ‘Sagantaa Nyaataa Manneen Barnootaa’ ilaalchisuun qaamolee garaagaraaf muuxannoo qoodan.…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa lammiilee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 100 deeggarsa…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa lammilee Godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.
Baankichi hojjettoota…
Waldichi lammiilee hongeef saaxilamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 200 olii taasiisuufi
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti lammiilee hongeef saaxilamniif deeggarsa Birrii Miiliyoona 200 olii taasiisuuf…