Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adaamaatti lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoonni 22.5 abbootii…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 22.5 ol abbootii qabeenyarraa walitti qabuu beeksiiseera.…
Bu’uuraaleen misoomaa Dirree Dhawaatti ijaarama jiran saffisaan xumuramuun tajaajilaaf qaqqabuu qabu…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Bu’uuraaleen misooma Dirree Dhawaatti ijaramaa jiran saffisaan xumuramuun tajaajila akka kennaniif bulchiinsi magaalicha xiyyeeffanoon hojjechuu akka…
Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa dhimmoota pirojektii misoomaarratti Jila Noorwey waliin mari’ate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa dhimmoota pirojektii misoomaarratti miseensota Garee Jila Ekispartoota Teeknikaa Mootummaa Noorwey waliin mari’ateera.…
Walkabajni amantaalee gidduu jiraatu nageenya waaraa fi guddina ariifachiisuuf qooda olaanaa qaba…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Walkabajni amantaalee gidduu jiraatu nageenya waaraa fi guddina ariifachiisuuf qooda olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen…
Sosochiin biyyaalessa “Gibira kabaja Biyyaaf” jedhu ifoome
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Ministeerrii Galiiwwanii fi Koomishiniin Gumurukaa, sosochii biyyaalessaa seera taaksii fi gumurukaa kabachiisuu “Gibira kabaja Biyyaaf” jedhuu…
Injifannoo Adwaa sababeeffachuun argisiifni baname
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa injifannoo Adwaa sababeeffachuun argisiisa qopheesse banaa taasiiseera.
Argisiisa jalqabaa kana bakka bashannanaa…
Mariin Biyyaalessaa marsaa 3ffaan Caamsaa dhufu eegala
Finfinnee, Guraandhala 21 ,2015 (FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa hojiilee jalqabaa fi boqonnaa 2ffaa xumuruun, boqonnaa 3ffaa baatii Caamsaa dhufuu gaggeeffamuu akka eegaluu ibsame.…
Miidhaa sababa hongeen Godina Booranaatti ga’aa jiru hirisuuf hojjechaa jira – BMNO
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa miidhaa sababa hongeen Godina Booranaatti ga’aa jiru hirisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiiseera.
Naannoo Oromiyaa Godina…
Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan babal’ina Invastimantii Addunyaa…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan Babal’ina Invastimantii Addunyaa ta’uu ibsame.
Komishinichi miseensa waldichaa…
Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu Chaayinaatti dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwataniiru.
Daawwannaan booda…