Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkaa’aafi Ityoophiyaan ejjennoo ishee kan itti mul’iste ture- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkaa’aafi Ityoophiyaan ejjennoo ishee kan itti mul’iste ture jedhan Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Mallas…
Xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 3.4 raabsama jiraachuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo alaarraa gale keessaa kuntaalli miiliyoonni 3 fi kumni 460 fi 526 yuuniyeenootaaf raabsamaa jiraachuu Korpooreshiniin…
Warshaan Daabboo fi Daakuu Gondaritti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Waajjira Giiftii Dureetiin Magaalaa Goondaritti kan ijaarame Gondaritti Warshaan Daabboo fi Daakuu eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti Afyaa’iin…
Kaaba Ityoophiyaatti marsaa 2ffaan deeggarsi nyaataa meetirik tooniin kumni 157oliifi deeggarsi…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Kaaba Ityoophiyaatti marsaa 2ffaan deeggarsi nyaataa meetirik tooniin kumni dhibba 1fi kumni 57 ol akkasumas deeggarsi namoomaa Birrii biiliyoona 2 ol…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii Idilee 3ffaa bara hojii 2ffaa isaa magaalaa Gaambeellaatti gaggeessuu eegaleera.
Karoorri misoomaafi…
Gamoo ijaaramaa jirurraa kufuun lubbuun hojjettoota 3 darbe
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) - Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti hojjettoonni hojii humnaa hojjetan 3 Gamoo ijaaramaa jirurraa kufuun lubbuun isaanii darbe.
Kutaa…
Injifannoon Adwaa akkaataa tokkummaa biyyaalessaa mul’isuun kabajama- Ministeera Aadaa fi…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Injifannoon Adwaa bara kanaa akkaataa tokkummaa biyyaalessaa mul'isuun kan kabajamu ta'uu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksiise.
Injifannoon…
MM Abiy Ahimad kutaa magaalaa Lidataatti ijaarsa giddu gala Ispoortii eegalchiinsan
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad kutaa magaalaa Lidataa naannawaa Saar Beetiitti ijaarsa giddu gala Ispoortii eegalchiinsaniiru.
Iddoon oolmaa…
Ityoophiyaa fi Chaayinaan garee tumsa Diinagdee Invastimantii fi Diinagdee guddisuuf dandeessisu…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Ityoophiyaa fi Chaayinaan garee tumsa Diinagdee Invastimantii fi Diinagdee biyyoota lamaanii guddisuuf dandeessisu hundeessuuf walii galtee…
Godina Booranaatti lammiileen hongeen miidhaman kumni dhibbi 2 fi kumni 63 ol deeggarsa argachaa hin…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Godina Booranaatti lammiileen hongeen miidhaman kumni dhibbi 2 fi kumni 63 ol deeggarsa namoomaa argachaa kan hin jirre ta'uu Bulchiinsi godinichaa…