Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa fooyya’iinsa dandeettiin yeroon sirreeffama filannoo yuunivarsiitii dheerate-MB
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC)- Sagantaa fooyya’iinsa dandeettiin yeroon sirreeffama filannoo yuunivarsiitii dheerachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Ministeerichi barattoonni…
Malaammaltummaan dhiibbaa diinagdee dabalataan dhiibbaa xiin-sammuufi hawaasummaa guddaa…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015(FBC)- Malaammaltummaan dhiibbaa diinagdee dabalataan dhiibbaa xiin-sammuufi hawaasummaa guddaa kan qaqqabsiisu ta’uu hayyoonni ibsan.
Malaammaltummaan…
Yaa’icha cinaatti mariin waloo Obbolummaa cimsu gaggeeffame – Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaasee
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Yaa’ii Afrikaa 36ffaa cinaatti mariin waloo Obbolummaa biyyootaa cimsu gaggeeffamuu Waajjira Muummee Ministiraatti Gorsaan Imaammata Alaa Ambaasaaddar…
Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu daawwannaa hojiif Chaayinaa gale
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu daawwannaa hojiif Chaayinaa magaalaa Beejiing galuu ibsame.
Jilichi turtiisaan…
Intarpiraayizichi baay’isa qamadii tarsiimoo biyyaalessaan walsimsiisuun hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC)- Intarpiraayiziin Sanyii Filatamaa Oromiyaa Ityoophiyaa guuboo daabboo taasisuu fi qamadii alaatti erguuf tarsiimoo biyyaalessaa qabameen walsimsiisuun…
Ityoophiyaa keessatti qormaanni guddaan hojii dhabdummaadha- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa keessatti qormaanni guddaan hojii dhabdummaa ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Rakkoo…
Korichi raawwii hojii baatiwwan jahan darbanii gamaaggama jira
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Koreen Olaanaa Sagantaa Guddina Qonnaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii baatiwwan jahan darbanii gamaaggama jiraachuu ibsame.
Sagantaan Guddina…
Yaa’iin tumsa dhaabbilee Amantaalee Idil Addunyaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Yaa’iin Tumsa dhaabbilee Amantaalee Idil Addunyaa jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamuuf ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa beeksise.…
Baankiin Misooma Ityoophiyaa leenjii marsaa 4ffaa intarpiraayizoota xixiqqaafi giddugaleessaaf kennu…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa, Baankii Addunyaa waliin ta’uun leenjii marsaa 4ffaa intarpiraayizoota xixiqqaa fi giddu galeessaaf kennu guyyaa har’aa…
Jilichi naannoo Oromiyaatti daawwannaa hojii taasiisaa ture duub deebii laachuun xumure
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Jilil Obbo Mallas Alamuun durfamu naannoo Oromiyaatti daawwannaa hojii taasiisa ture duub deebii laachuun xumureera.
Waajjira Olaanaa Paartii…