Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa ibse
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Yaa’iin Idilee Mana Maree Raawwachiistotaa Gamtaa Afrikaa 42ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa…
Afrikaanonni Sagantaa Asharaa Magariisaa Ityoophiyaa ajandaa Afrikaa taasisuun hojiirra oolchuu…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Afrikaanonni Sagantaa Asharaa Magariisaa Ityoophiyaa Ajandaa Afrikaa taasisuun hojiirraa oolchuu akka qaban Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Ityoophiyaa fi Somaaliyaan Shororkeessummaarratti qabsaa’uuf waloon hojjechaa jiru-Ministira Dhimma…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Somaaliyaan shororkeessummaarratti qabasaa’uuf waloon hojjechaa jiraachuu Ministirri Dhimma Alaa Somaaliyaa Abshir Omaar Huruusii ibsan.…
MM Abiy Ahimad yaadama kaka’umsa Paan Afrikaaniizimiin irra deebiin labse bu’uuressuun barbaachisaa…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Yaadama kaka’umsa Paan Afrikaaniizimiin irra deebiin labse bu’uuressuun barbaachisaa ta’uu Muummeen Ministraa FDRI Abiy Ahimad ibsan
Fooramiin Paan…
Gamtaan Afrikaa Walta’iinsa Idil Addunyaa gama cimsuutiin gahee olaanaa bahachaa jira-Vilaadmiir…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Gamtaan Afrikaa walta’iinsa damee hedduu diinagdee, Siyaasaa fi Namoomaa gama cimsuutiin gahee Idil Addunyaa olaanaa bahachaa jira jechuun…
Hanqina walqixxummaa Koorniyaa hir’isuuf dubartootarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu qaba-Giiftii…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Hanqina walqixxummaa Koorniyaa hir’isuuf dubartootarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu akka qabu Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon dubbatan.…
MM Abiy Ahimad Aanga’oota biyyoota garaagaraa waliin mari’tan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa gaggeefamaa jiru cinaatti aanga'oota biyyoota garaagaraa waliin mari’ataniiru.…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Pireezidaantii Mana Maree Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Pireezidaantin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Pireezidaantii mana maree Gamtaa Awurooppaa Charles Miisheel hariiroo gamtaa awurooppaa fi Ityoophiyaa…
MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Mana Maree Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Gamtaa Awurooppaa Chaarles Miisheel waliin mari’ataniiru.
Muummeen Mginistiraa Abiy…
MM Abiy Ahimad Embaasii Jibuutii eebbisiisan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Omar Gillee waliin ta’uun Embaasii Jibuutii haaraa Finfinneetti ijaarame…