Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Embaasii Jibuutii eebbisiisan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Omar Gillee waliin ta’uun Embaasii Jibuutii haaraa Finfinneetti ijaarame…
Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa har’as itti fufeera
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 36ffaan har'as itti fufee gaggeeffamaa jira.
Yaa'ichi mata duree "Hojiirra oolmaa Naannawaa Daldala Walabaa Ardii…
Guyyaan wareegamtoota Guraandhala 12, 86ffaan yaadatame
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Guyyaan wareegamtoota Guraandhala 12, 86ffaan Finfinneetti yaadatameera.
Sirna yaadannochaarratti Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon giiftii dureewwan biyyoota Afrikaaf simannaa taasisan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon giiftii dureewwan biyyoota Afrikaaf masaraa mootummaatti simannaa taasisaniiru.
Giiftii dureewwan biyyoota…
Dooktar Girmaa Amantee fi Dooktar Kiiyuu Doongiyuun Shawaa Bahaatti Qamadii Jallisiin misoome…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Jilli Ministira Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee fi Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Qonnaa fi Nyaata Addunyaa Dooktar Kiiyuu Doongiyuun durfamu Godina…
Meeshaaleen deeggarsaa fi gareen lubbuu baraartotaa Ityoophiyaan Turkiif ergite Gaazaantee qaqqabe
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Balaa Kirkira lafaa Turkitti mudate hordofee Meeshaaleen deeggarsaa fi gareen lubbuu baraartotaa Ityoophiyaan Turkiif ergite Gaazaantee qaqqabeera.…
MM Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa cinaatti hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari'ataniiru.
Haaluma…
MM Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari'ataniiru.
MM Abiy Ahimad…
Afrikaan Mana Maree Nageenyaa DhMG ala ta’uun haqa dhabuudha – Muusaa Faakii Mahaammat
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ala ta’uun haqa dhabuu ta’uu Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Akiiniwumii Adisiinaa waliin mari’ataniiru.
Baankichi oomishaa…