Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbatichi bu’aa qabeessummaa daldala Bilisaa Naannawaa Afrikaaf tumsa taasiisuuf qophiidha –…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii bu’aa qabeessummaa daldala Bilisaa Naannawaa Afrikaaf tumsa taasiisuuf qophii ta’uu Barreessaa Olaanaan…
Komoroos Pireezidaantummaa yeroo Gamtaa Afrikaa seeneegaalirraa fudhatte
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Komoroos Azaalii Asuumaaniin Pireezidaantii yeroo Gamtaa Afrikaa ta’uun Maakii Saalirraa aangoo fudhataniiru.
Pireezidaanti Azaalii…
Caffeen Oromiyaa muudamoota garaagaraa dhiyaatan mirkaneesse
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota dhiyaatan mirkaneesseera.
Haaluma Kanaan:-
1.…
MM Abiy Ahimad Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Qonnaa fi Nyaataa Addunyaa Kiiyuu Doongiyuu waliin mari'ataniiru.
Ityoophiyaan…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misooma Islaamummaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misooma Islaamummaa Dooktar Mahammaad Al Jasirii waliin mari’ataniiru.
Sosochii haaraa…
MM Abiy Ahimad Itti aantuu Daayrektara Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti aantuu Daayrektara Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
MM Abiy…
Wixineen labsii bulchiinsaafi itti fayyadama lafa baadiyyaa naannoo Oromiyaa irra deebiin bahe…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Wixineen labsii bulchiinsaafi itti fayyadama lafa baadiyyaa naannoo Oromiyaa irra deebiin murteessuuf bahe lakkoofsa 248/2015 jedhamuun sagalee…
Magaalaan Shaggar Waggoota afran dhufan keessatti Magaalaa Oromoon hundi itti Boonu akka taatuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2015 (FBC) - Magaalaan Shaggar Waggoota afran dhufan keessatti Magaalaa Oromoon hundi itti Boonu akka taatuuf hojjenna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa Giruuppii DEC Turki waliin walta’iinsaan hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa Giruuppii DEC Turki waliin walta'iinsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.
Sanadni…
Abbaan taayitichaa Geezexeessitoota yaa’icharratti hirmaataniif haala mijataa uumaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2015 (FBC) - Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Geezexeessitoota yaa'ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaataniif haala mijataa uumaa jiraachuu beeksise.…