Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan michuuwwan rakkatan deeggaruuf murannoo qabdi – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kirkira lafaa Turkitti mudateen lubbuuf darbeef gadda itti dhaga'ame Pireezidaantii biyyattii Reesip Xaayip…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Turkii fi Sooriyaatti adeemsa deeggarsa namoomaa geejjibsiisuutti…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Turkii fi Sooriyaatti kirkira lafaa mudateen namoota balichaan miidhamaniif deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf tattaffii…
Ityoophiyaatti kutaalee hawaasaa waraanaan miidhamaniif deeggarsi namoomaa dhiyaatu cimee itti…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti kutaalee hawaasaa waraanaan miidhamaniif deeggarsi namoomaa dhiyaatu cimee kan itti fufu ta’uu Gaanfa Afrikaatti Ergamtuun Addaa…
Ityoophiyaan hojii ashaaraa magariisaan hojjechaa jirtu kan dinqisiifatamuudha-DhQNy
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan hojiilee Ashaaraa Magariisaan hojjechaa jirtu kan dinqisiifatamuudha jechuun Daayrektarri Olaanaa Dhaabbata Qonnaa fi Nyaata Addunyaa…
Pireeziaantiin Giinii Bisawuu Umaar Sisoolaa Imbaaloo Inistiitiyuutii Artifiishaal intalajansii…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Giinii Bisawuu Umaar Sisoolaa Imbaaloo Inistiitiyuutii Artifiishaal Intalajansii Ityoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannaa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya naannichaa tasgabbeessuuf xiyyeeffannoo guddaan hojjechaa jira-…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya naannichaa tasgabbeessuuf xiyyeeffannoo guddaan hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Itti Gaafatamaa Fooramii Michummaa Afrika-Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Itti Gaafatamaa Fooramii Michummaa Afrika Raashiyaa Ambaasaaddar Ooleeg Ozervi…
Obbo Dammaqaan Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)-Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Jaappaan Taakaanii Keey waliin…
Humna Qilleensaa ergama idila addunyaaf ga’oomsuuf hoggansii fi miseensonni gahee isaanii bahachuu…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Humni Qileensaa Ityoophiyaa biyyarraa darbee dirqamaa fi ergama idil addunyaaf ga’oomsuuf karooraa qabamef hoggansii fi miseensonni humna qilleensaa…
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaaraa…